Itoophiyaatti seenessi qeenxeen maaf rakkoo ta’e?

Finfinnee: Sabaafi Sablammootni Itoophiyaa hundi aadaafi seenaa mataasaanii kan isa biraarraa adda isaan godhu qabu. Ta’us sabaafi Sablammootni kunneen akka lammii Itoophiyaatti seenaa waloo kan hundasaanii walfakeessu hedduu qabu. Gama dinagdeetiin yoo... Read more »

 Waliigaltee seenaqabeessa haqa qabeessummaa Laga Abbayyaa dhugoomse

Mammaaksi baroota “Abbayya bakka bulu hinbeekne jirma guuree yaa’a” jedhu har’a seenaa ta’us wanti ciisicha isa dhorku mudataa jiraachuun ifa galaadha. Keessattuu, hidhaa Itoophiyaan lagicharratti hojjette biyyoota baroota dheeraaf dhuunfaan fayyadamaa turaniif... Read more »

 Irreechi naannolee ittikabajamutti hariiroofi walamantaa sabootaa cimsaa jira

Finfinnee: Ayyaanni Irreechaa naannolee ittikabajamutti hariiroo, tokkummaafi walamantaa sabootaafi sablammoota gidduutti cimsaa jiraachuu Waajjirri Nageenyaafi Misooma Waloo Oromiyaa, Gaambeellaafi Beenishaangul Gumuz beeksise. Hora Finfinneefi Harsadeetti aanee Irreechi malkaa Asoosaafi malkaa Baarootti boru,... Read more »

 Fedhiin dhoksaadhaan biyyootni guddatan Afrikaarratti raawwachaa jiran madda walittibu’iinsaa ta’aa jira

Finfinnee: Rakkoolee shororkeessummaafi walittibu’iinsonni Ardii Afrikaa keessatti mul’atan hedduusaaniitiif maddi biyyoota ardichaan ala jiraniidha. Dorgommiin biyyootni guddatan tokko tokko fedhii dinagdeefi siyaasasaanii eegsifachuuf Afrikaatti taasisaa turaniifi jiran ardichi walwaraansaafi waldhabdee madda shororkeessummaa... Read more »

 Riifoormii taasifameen fedhiin invastaroota biyya alaa dabalaa jira

Duukam: Riifoormii damee invastimantiirratti taasifameen fedhiin invastaroota biyya alaa dabalaa jiraachuu Komishiniin Invastimantii Itoophiyaa beeksise. Bara bajataa 2017, kurmaana tokkoffaatti abbootiin qabeenyaa 72 gaaffii invastimantii dhiheessuus ibse. Komishinichi kaleessa Paarkii Indastirii Iistarnii... Read more »

 Hantuunni dhibee ‘TB’ sakatta’u Itoophiyaatti tajaajila kennaa jira

Finfinnee: Hantuutni gatijabeessa yuuroon hedduu itti baasii ta’e tajaajila qorannoo saayinsaawaa fayyaan walqabatu garagaraaf oolu kun Inistiitiyuutii Armaawar Hansan (Hospitaala Alarti)tti kan argamuudha. Hantuunni kun ulfaatina kiiloo 1.5 kan qabu yoo ta’u,... Read more »

Oromiyaatti holqawwan 389 adda baafamuun hawwata tuurizimiif misoomaa jiru

Finfinnee: Oromiyaatti holqawwan daawwannaa tuurizimiitiif oolan 389 baafamuun misoomaa jiraachuu Biiroon Aadaafi Turiizimii Oromiyaa beeksise. Biirichatti Daarektarri Misoomafi Piromooshinii Turiizimii Obbo Faantaahun Taaddasaa torbee darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, Oromiyaan qabeenya tuurizimii... Read more »

 “Sirni bulchiinsa caasaa gandaa dhiyeenya diriire qisaasama hedduu nu oolcheera” – Qonnaan bultoota

Finfinnee: Sirna bulchiinsaa caasaa gandaa Oromiyaan dhiyeenya kana diriirse qisaasama hedduu isaan oolchuu qonnaan bultoonni Gaazexaa Bariisaaf tibbana yaada kennan ibsan. Rakkoo furachuufis ta’e ol iyyannoof deddeebiin gara godinaatti taasifamaa ture rakkoo... Read more »

 “Xiyyeeffannaa argachuu baannaan yakki saayibarii bara 2027tti kisaaraa doolaara tiriiliyoona 23.38 qaqqabsiisuu danda’a” – Aadde Tigisti Hamiid

Finifnnee: Baatiin Nageenya saayibarii yakka dijitaalaa saayibariin dhaabbilee garagaraarra qaqqabu maqsuuf kaayyeffate sadarkaa addunyaatti yeroo 21ffaaf, akka Itoophiyaatti ammoo yeroo 5ffaaf Godanbaa Saayinsiitti kabajamaa jira. Yakki teknolojii dijitaalaatiin deeggaramee dhaabbilee garagaraarra qaqqabu... Read more »

 Taayyee Atsqasillaasee pirezidaantii RFDI 5ffaa

Finfinnee: Wiixata darbe, Fulbaana 27 bara 2017 yaa’iisaanii waloo kan adeemsifatan Manneen Marii Bakka Bu’oota ummataafi Federeeshinii Ministira Dhimma Alaa kan turan Ambaasaaddar Taayyee Astqasillaasee pirezidaantii Mootummaa RFDI taasisuun muudaniiru. Pirezidaanti Taayyeen... Read more »