Oduu Bariisaa

Olanciitii: Olanciitiin godina Shawaa Bahaa keessatti kan argamtu yoo taatu, magaala guddoo aanaa Boosat ta’uun tajaajilaa kan jirtuudha. Adaamaarraa kiiloo meetra 25 fagaattullee hawaasni magaalittiifi naannawashee yeroo dheeraaf bishaan dhugaatii qulqulluu dhabuun... Read more »

Adaamaa: Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa waggaa waggaan gootota misoomaa miliyoonota horachuuf badhaasa meedaaliyaa kennaa kan ture yoo ta’u, baranas marsaa 12faf qonnaan bultoota gara invastimantiitti ce’an, dubartootaafi dargaggoota qabeenya gahaa horataniifi ogeessota... Read more »

Finfinnee: Paartiileen deggartootaa eddii yaadni ADWUItti makamuu hojiirra oolee booda paartiilee ADWUItti makamuun waliin akka hojjetaniif ejjennoon qabatame kan isaan gammachiise ta’uu Pirezdaantiin Mootummaa Naannoo Ummatoota Gaambeellaa ibsan. Pirezdaantichi Obbo Omad Ajuuluu... Read more »

Finfinnee: Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waamicha nageenyaa abbootii Gadaa fudhatan 744 ummatatti makamaniiru; kunneenis gara kaampii Xollaayitti geeffamuusaanii Walittiqabaan Gumii Abbootii Gadaa ibsan. Walittiqabaan gumichaa Abbaa Gadaa Bayyanaa Sanbatoo ibsa kaleessa... Read more »

Godina Harargee Bahaatti ji’oota jahan dabranitti maddoota galii gara garaarraa qarshiin miliyooa 300 ol sassaabamuu Abbaan Taayitaa Galiiwwan godinichaa beeksise. Gaggeessaa Hojii Ittaanaan Abbaa Taayitichaafi Qindeessaan Dhimma Hojii Barumsaafi Kominikeeshinii Obbo Abdujabbaar... Read more »

Amboo: Yunivarsiitiin Amboo ummata magaalaafi naannawaa ishee waliin ta’uun misooma magaalattii babal’isuuf sochii olaanaa taasisaa jiraachuun ibsame. Pirezidaantiin Yunivarsiitii Amboo Doktor Taadasaa Qana’aa ibsa Kibxata darbe Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, Magaalaan... Read more »

Adaamaa: Bakka hoogganaan keenya seera kabajee hinkabachiifnetti seera maleessummaa to’achuun ulfaataa ta’uu pirezidaantiin BMNO, Obbo Lammaa Magarsaa, manni seeraan alaa hanga ijaaramutti ilaalanii erga xumurameen booda diiguun badii hooggansi raawwate dhoksuu kan... Read more »

Finfinnee: Hundeeffamni Ejensii Diyaaspooraa rakkoolee diyaaspooraa kanaan dura mudachaa turan kan furu ta’uu Ejensiin Diyaaspooraa Itoophiyaa ibse. Daariktarri olaanaan ejensichaa, Aadde Salaamaawwit Daawwit Kibxata darbe gaazexeessitootaaf ibsa kennaniin akka jedhanitti, waggoota darban... Read more »

Adaamaa: Guraandhala 23, qonnaan bulaan Oromoo Sabbataa, Buraayyuu, Sulultaa, Laga Xaafoofi kallattii Oromiyaa hunda irraa wal waamee fardaan Finfineetti qajeela. Fardeen Oromoo gaafas Finfinnetti beellama qabatan eenyu eessaa ka’ee eenyuun durfamuudhaan eessatti... Read more »

“Waanti heeraan tumame hojiirra oolchuu dhabuun dogoggora guddaadha” – Doktar Nagaasoo Gidaadaa Adaamaa: “Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimma Finfinneerratti wantuma bara darbe jedhe san ammas jedha.” Bara darbe mootummaan karaa bilchinaafi beekumsa irratti... Read more »