Murtee ummata Sidaamaa

Finfinnee: Heera mootummaa Rippabilikii Federaalawaa Dimokiraatawaa Itoophiyaa(RFDI),  bara 1987 bahuun raggaasifamerratti caaseffamni mootummaa ‘sirna federaalaawaa’ ta’uusaafi miseensotni federeeshinii biyyattii ammoo naannolee sagaliin  hundeeffamuusaanii keeyyata 46 jalatti tumameera. Keeyyatuma jalattis dabalataan mirgi bulchiinsa... Read more »

“Duudhaaleen sirna Gadaa ayyaana sabaafi sablammootaa baranaarratti ni beeksifamu” -Caffee Oromiyaa

Finfinnee: Ayyaana sabootaafi sablammoota baranaa kan keessummeessu naannoon Oromiyaa duudhaalee sirna Gadaa bal’inaan ummattoota biyyattii hundaaf kan beeksisu ta’uu Caffeen Oromiyaa beeksise. Caffee Oromiyaatti walittiqabaan koree olaanaa ayyaanichaa Obbo Habtaamuu Damisee kaleessa... Read more »

“Utuu teknolojiiwwanitti sirnaan fayyadamnee omishtummaa dachaan dabaluu dandeenya” -Doktar Daanyaachoo Lulee

Inistiitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa teknolojiiwwan qonnaa adda addaa baasuu, madaqsuufi babal’isuudhaan akkasumas sanyiiwwan midhaaniifi beelladootaa omisha fooyya’aa kennan qorannoodhaan baasee omishaafi omishtummaa qonnaa guddisuuf tattaaffii cimaa taasisaa jira. Gareen hooggantoota inistiitiyuutichaan durfamu... Read more »

“Aadaa haammachuutiin waan guddanneef nama mitii bineensa bosonaayyuu ni madaqsina” -Artisti Lij Yaareed

Finfinnee: “Oromoon saba aadaa hammachuutiin of ijaare waan ta’eef nama mitii bineensa bosonaayyuu madaqsee ummata nagaadhaan  jiraatuudha” jedha Artisti Lij Yaareed gaafdeebii Gaazexaa Bariisaa wajjin taasiseen. Lij Yaareed aadaa haammachuu itti guddate... Read more »

“Naannoleen guddatoon bu’uura ‘abiyootaawwii dimokraasii’ hinqaban jedhamaa turre” -Obbo Yaaragaal Ayishashum

ADWUIn paartiilee biyyaalessaa naannolee afur qofa bakka bu’aniin paartiilee naannolee shan alatti dhiisuun waggoota 27 darbaniif biyya bulchaa ture. Adeemsa kana keessa paartiilee adda addaa naannolee guddatoo jedhamanitti socho’aa turan akka walitti... Read more »

Mawlidni baranaa haala tokkummaa biyyattii cimsuun akka kabajamu gaafatame

Finfinnee: Nabiyyuu Mohaammad Nabiyyoota ykn ergamtoota rabbi ummata Musliimaatiif erge keessaa isaan xumuraati. Hordoftoota amantii Islaamaa hedduu biratti jaalala olaanaa kan qaban Nabiyyuu Mohaammad, waantonni isaan bara jiruusaanii hojjatan hunda akka fakkeenya... Read more »

Finfinneetti warraaqsa raayyaa barnoota Afaan Oromoo

Finfinnee: Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Afaan Oromootiin barnoota idilee kennuu erga eegalee waggoota sadii ta’eera. Kanaanis  manneen barnootaa afur qofa keessatti hojiin baruu barsiisuu adeemsisamaa kan ture yoo ta’u, barana ammoo manneen barnootaa... Read more »

Nageenyi Oromiyaa guutummaatti iddootti deebi’uun ibsame

– Mootummaan bu’uura cimaa qabu tikfachuu qaba  Finfinnee: Haalli nageenyaa Oromiyaa guutummaatti tasgabbaa’uu Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa Oromiyaa beeksise. Mootummaan aangoorra jiru bu’uura cimaa waan qabuuf of jalatti tikfachuu akka qabu ammoo hayyuun... Read more »

Taatee tibba darbee Adaamaa, Bishooftuufi Duukamitti

Adaamaa: Okoloolessa 11 bara 2012 Kibxata halkan walakkaa tiksitoonni xiinxalaa siyaasaa Jawaar Mahaamad utuu  isatti hinhimin dhokatanii akka ba’aniif ajajamuusaaniifi miidhaa aggaammii kanaan walqabatee uumamuu maluuf kan.  ittigaafatamu mootummaa ta’uu Jawaar halkanuma... Read more »

Bunarraa doolaara biiliyoona tokko argachuuf hojjatamaa jira

Finfinnee: Waggaa darbe gatiin buna gabaa Addunyaa heddu gadi bu’uusaatiin sharafni alaa biyyattiin damee kanarraa argattes gadaanaa ta’uu Daarektarri Ab­baa Taaayitaa Bunaafi Shaayii Itoophiyaa himan. Daarektarichi Doktar Addunyaa Dabalaa gaafdeebii Kibxata darbe... Read more »