Oduu Bariisaa
Adaamaa: Ummatni Oromoofi Somaalee durirraa kaasee akka ummata tokkootti nagaafi jaalalaan waliin jiraachaa kan turan yoo ta’u, har’as taanaan gammachuufi gadda qaban walumaan qooddachaa ummata jiraataniidha. Waggoota muraasa darban asitti garuu shira... Read more »
Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad badhaasa nageenyaa Dhaabbanni Barnoota, Saayinsiifi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (‘UNESCO’) qopheessu injifatan. Badhaasni nageenyaa Doktar Abiyyi injifatan; nageenya fiduu, kabachiisuufi tursiisuuf gumaacha taasisaniini. Badhaasni injifatanis kan... Read more »
-Obbo Elsaayi Gidaadaa (Obboleessa quxisuu) “Doktar Nagaasoon akkuma obboleessi kamuu obbalaasaafi maatiisaa jaalatutti maatiifi firootasaatiif jaalala guddaa qaba. Nama hundaa walqixa jaalata. Walbirattis nu jaalata. Hamma danda’etti bakka gaddaattis gammachuutti nu biratti... Read more »
“Doktar Nagaasoon ummata Oromoo biratti hayyuu seenaa iddoo olaanaafi murteessaa qabaniidha. Yeroo dhimmi Oromummaa kaasuun akka yakkaa guddaatti lakkaa’amaa turetti baratanii barnootasaaniitiin jireenya dhuunfaasaanii fooyyeffachuuf otoo hintaane gidiraafi cunqursaa ummata Oromoorra gahaa... Read more »
Finfinnee: Waggaa tokko keessatti dhuunfaadhaan buufataaleen televiziiyoonaa 13fi raadiyoo sadii hayyama fudhatanii tamsaasa eegaluuf qophiirra akka jiran Abbaan Taayitaa Birodikaastii Itoophiyaa beeksise. Daayirektarri abbaa taayitichaa, Doktar Geetaachoo Dinquu Gaafdeebii Guyyaa Pireesii Addunyaa... Read more »
Finfinnee: Adeemsa siyaasaa keessatti raawwachiiftootni hojii tokko tokko adeemsa mana murtii gidduu galuun haqa jallisani dhara olbaasu. Gama birootiin immoo namootni maallaqa qaban carraa kanatti fayyadamuun haqa ofiisaaniitiif hinqabne maallaqaan bitatu. Biyya... Read more »
Finfinnee: Waariin aartii aadaa Oromoo Booranaa Keeniyaa, Naayiroobiitti adeemsifamuusaa Embaasiin Itoophiyaa Naayiroobiitti argamu ibse. Sirnicharrattis Booranni biyyoota lamaan jiraatu riqicha dippiloomaasii ta’uun ibsameera. Keeniyaatti ambaasaaddarri Itoophiyaa Mallas Alam ibsa bilbilaan Kibxata darbe... Read more »
Samaraa: Namni gara lafa dhalootaa, akkoosaa Affaaritti imalu takkaa gaafa dhaqu ta’uu baannaan ,immoo gaafa galu waan tokko sammuusaatti qabachuunsaa waan hinoolle. Daandii sanarratti magaalotni sadii immoo magaalota iddoo biroorraa amala addaatiin... Read more »
“Gumichi moggaasaafi hoggansa haaraadhaan hojiisaa eegaleera. Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa Finfinnee: Tokkummaan Gumii Abbootii Gadaa Oromoo Waxabajjii bara 2006tti kan hundaa’e yoo ta’u, kaayyoonsaas Oromiyaa hundaaf mijattu uumuu, tokkummaa Oromoof sirna Gadaa... Read more »
Finfinnee: Lammiilee godina Gujii Lixaafi Geedi’oorraa buqqa’an marsaa marsaadhaan qe’eesaaniitti deebisuuf sochiin eegalamuu Komishiniin Oggansa Sodaa Balaa Oromiyaa beeksise. Komishinarri ittaanaan komishinichaa Obbo Garramawu Oliiqaa ibsa kaleessa Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »