Qormaata kutaa 12fatiif gama hundaan qophiin taasifamaa jira

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Qormaata seensaa dhaabbilee olaanaa (kutaa 12fa) Guraandhala 29 hanga Bitootessa 2 bara 2013tti waraqaadhaan kennamuuf barattoonni, maatii barattootaafi manneen barnootaa Gaazexaan Bariisaa dubbise tokko tokko qophii gochaa jiraachuu ibsan.... Read more »

‘ONE-KOO Coffee’n alergii bunaa jalqabuufi

Takkaalliny Gabayyootiin Adaamaa: Damee omishaa Yuniyenii Waldaalee Hojii Gamtaa Omishtoota Bunaa Oromiyaa keessaa tokko kan ta’e ‘ONE-KOO Coffeen’ barana alergii bunaa jalqabuuf qophiirra jiraachuu beeksise. Warshichi ji’a Amajjii darbe Magaalaa Galaanitti kan... Read more »

“Qaala’ina jireenyaarraa kan ka’e jireenyi humnaa ol nutti ta’eera” -Jiraattota bakkeewwan garagaraa

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Aadde Tizzitaa Balaachoo Jiraatuu Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiiti. Ammaan tana qaala’ina gatiirraa kan ka’e jireenyi humnaa ol itti ta’uufi galii hojjetaan mootummaas ta’u hojjetaan guyyaa argatu jireenya... Read more »

“Yunivarsitiin Dambi Dolloo barumsaafi tajaajila hawaasaa kennuun kanneen buleeyyii gad miti” -Doktar Bulii Yohaannis

Natsaannat Taaddasaatiin Dambi Dolloo: Hojiin baruu barsiisuu, qo’annoofi qorannoo adeemsisuufi tajaajila hawaasaa kennuun hojiilee yunivarsitiin tokko raawwatu keessaa isaan ijoodha. Yunvarsiitiin Dambi Dolloos erga hojii eegalee waggoota sadii qofa ta’uus akkuma yunvarsiitiwwan... Read more »

Sirni Dokrar Abiyyi Ahmadiif badhaasa kennuu Bitootessa 25 geggeeffama

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Waggaa sadaffaa Doktar Abiyyi Ahmad aangoo ministirummaa muummee ittiqabatan sababeeffachuun sirni dargaggoonni Itoophiyaa naannolee hundarraa babahan Doktar Abiyyiif badhaasa ittikennaniifi isaanis dargaggootaafi namoota kaan badhaasan Bitootessa 25 bara 2013... Read more »

Itiyoo Telekoom bara dhufu tajaajila intarneetii ‘5G’ ni eegala

Magaaloonni Rijinii Kibba Bahaa fayyadamtoota ‘4G LTE Advanced’ ta’an Saamraawiit Girmaatiin Adaamaa: Obbo Abinnat Taaddasaa hojjetaa Dhaabbata Inshuraansii Itoophiyaa damee Adaamaati. Hojiinsaanii baay’een interneetiidhaan kan walqabatu ta’uufi kanaan duras networkiin magaalattii laafaa... Read more »

“Badhaadhinni federaalizmii sabdaneessaa cimsuun walqixxummaaf hojjeta” -Obbo Taayyee Dandaaa

Waasiun Takileetiin Paartiin Badhaadhinaa federaalizmii sabdaneessaa walqixxummaan sabaafi sablammiilee ittimirkanaa’e lafa qabsiisuuf akka hojjetu Ittigaafatamaan Kominikeeshinii Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa beeksisan. Ittigaafatamtichi, Obbo Taayyee Dandaaa ibsa Gaazexaa Bariisaatiif dheengadda kennaniin paartichi walqixxummaa sabaafi... Read more »

“Akka Oromoon biyya bulchaa jiru kan hinamanne Oromoo qofa” – Obbo Leencoo Lataa

Taammiruu Raggaasaatiin Finfinnee: Akka Oromoon biyya bulchaa jiru saboonni kaan hundi shakkii tokko malee amananii yoo fudhattan, akka ofii biyya bulchaa jiru amanee kan hinfudhanne  Oromoo qofa jedhan hayyuun siyaasaa gameessi Obbo... Read more »

“Filannicharratti haala guutuu ta’een hirmaachuuf qophirra jirra” – Paartii Sosochii Bilisummaa Sidaamaa

Yeroo filannoodhaaf qabame bu’ura godhachuudhaan qophiiwwan gara garaa taasisaa jiraachuufi filannicharratti haala guutuun hirmaachuuf qophiirra jiraachuu paartiin Sosohii Bilisummaa Sidaamaa beeksise. Dura ta’aan paartichaa Obbo Dukaa’elee Laammisoo ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin,... Read more »

Pirojektii Koyishaatiif qarshiin miliyoona 420 walittiqabuuf karoorfame

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Milkaa’ina Pirojektii Koyishaatiif qarshii miliyoona 420 walitti qabuuf karoorfamuu Bulchiinsi Godina Daawuroo ibse. Bulchaan godinichaa Obbo Takilee Bazaabbih ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, maallaqa kana abbootii... Read more »