Oduu Bariisaa
Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad muudama kaleessa kennaniin Jeneraal Adam Mohaammad Shuumii Itaamaazyoorii Waliigalaa taasiisuun muudaniiru. Bifuma walfakkaatuun Leetanaal Jeneraal Mollaa Haayilamaariyaam Ajajaa Humna Lafarraa, Dammallaash Gabramikaa’el Daarektara Olaanaa Tajaajila Odeeffannoofi... Read more »
Finfinnee: Hiriirri balaaleeffannaa humnoota finxaaleyyii kutaalee Oromiyaa gara garaa keessatti eegaluu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Oromiyaa beeksisan. Ittaanaa Hogganaan biirichaa Obbo Dheeressaa Tarrafaa Ibsa kaleessa gaazexaa Bariisaaf addatti kennaniin, kaayyoon hiriira balaaleffannaa kun... Read more »
“Balleessa Naannoo Amaaraatti qaqqabe addurummaan kan qindeesse Birgaadeer Jeneraal Asaamminawu Tsiggeefi waaltotasaa ta’uun ragaalee qabatamoodhaan mirkanaa’eer jechuun humni wajjummaa nageenyaafi haqaa ibse. Humni wajjummaa kun (ittisa biyyaa, abbaa alangaa waliigalaa, tajaajila nageenya... Read more »
Finfinnee: Gaazexaan Bariisaa bara 1969 kan hundaa’e yoo ta’u, aadaa, afaaniifi seenaa Oromoo beeksisuufi barsiisuu keessatti gumaacha olaanaa taasisaa tureera; taasisaas jira. Gaazexaan seena qabeessi kun ji’a tokkoo as qabiyyeewwaniifi fuula isaa... Read more »
Harar: Pirojektii misooma seftineetii magaalota 72 keessatti lammiilee hiyyummaa gadaanaa keessa jiran miliyoona 4.7 fayyadamoo taasisu bara dhufu hojiirra oolchuuf qoiphiin taasifamaa jiraachuu Ejensiin Carraa Hojii Uumuufi Wabii Nyaataa Federaalaa beeksise. Darikterri... Read more »
Finfinnee: Torban kun Itoophiyaaf torban gaddaati. Yaalii fonqolcha mootummaa naannoo Amaaraatti taasifameen urjiiwwan jijjiiramaa wareegamaniiru. Yaalii qindaa’an kun umrii sa’atii tokkoo hincaalle qabaatuyyuu madaa inni kaa’ee darbe akka laayyootti hindagatamu. Gootata kana... Read more »
Finfinnee: Finfinneetti barumsi Afaan Oromoo dubbisuufi barreessisuu nama dandeessisu kennamaa jiraachuu Boordiin Guddina Afaaniifi Aadaa Oromoo beeksise. Walittiqabaan boordichaa, Obbo Kumsaa Qaabataa ibsa kaleessa Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka eeranitti, barumsichi hanga ammaatti... Read more »
“Nuti kan gaafanne beenyaa malee mirga abbummaa miti” Abukaatoo Balaachoo Girmaa Finfinnee: Dhiheenya kana magaalota Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinneetti (GAONF) qabiyyee lafaa seeraan alaa wajjin walqabatee manneen diigamaniiru. Magaalota manneen seeraan... Read more »
Roobee: Baaleen biyya qabsaa’ota siyaasaa kanneen akka Jereraal Waaqoo Guutuu, Kolonel Aliyyii Cirrii, Haji Adam Saaddoofi Magarsaa Barii fa’iin beekamti. Holqi Soof Umar, Dirreen Sheekanaa Huseen, Paarkiin Gaarreewwan Biyyaalessaa Baaleefi Galmi Madda... Read more »
Finfinnee: Ijaarsi Hospitaala Sabbataa waggootaaf harkifate ture ji’oota muraasaan booda akka itti fufu Biiroon Eegumsa Fayyaa Naannoo Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa Doktar Darajjee Dhugumaa ibsa Gaazexaa Bariisaaf addatti kennaniin, ijaarsi Hospitaala Sabbataa... Read more »