Buqqaatota deebisanii dhaabuurratti hojii jajjabeessaan raawwatamaa jiraachuun ibsame

Finfinnee: Lammiilee Oromoo sababa walitti bu’iinsa daangaafi rakkoo nageenyaatiin qe’ee isaanii irraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf akkasumas nageenya, fayyaafi nyaata isaanii eeguuf sochii bal’aan taasifamaa jiraachuu Komiishiniin Hoggansa Hojii Sodaa Balaa Oromiyaa ibse.... Read more »

Gaggeessitoota ummataaf gurra ergisan

Godinni Wallagga Lixaa aanaalee 23 qabdu keessaa aanaan Beegii ishii tokko. Dilbata darbe Ministirri Muummee RFDI, Doktar Abiyyi Ahmadiifi Pirezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa aanicha, Magaalaa Beegiitti argamanii hawaasa... Read more »

Qonnaan bultoonniifi hojjettoonni misoomaa 700 ol iftaan badhaafamu

Finfinnee: Qonnnaan bultoonniifi hojjettoonni misoomaa 700 ol ta’an Dilbata iftaanii kan badhaafaman ta’uu Biiroon Misooma Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise. Hogganaan  biirichaa Obbo Dhaabaa Dabalee ibsa Kibxata darbe gaazexeessitootaaf kennaniin akka jedhanitti, ... Read more »

Yaa’iin Caffee Oromiyaa 9fa iftaan eegalama

Finfinnee: Yaa’iin idilee 9fa waggaa afraffaa bara hojii 5fa Caffee Oromiyaa iftaanirraa eegalee guyyoota sadiif Magaalaa Adaamaatti kan adeemsifamu ta’uu Waajjirri Caffee Oromiyaa beeksise. Afyaa’iin Caffee Oromiyaa, Aadde Loomii Badhoo yaa’icha  ilaalchisuun... Read more »

“Jijjiiramni amma biyya keenya keessatti dhufaa jiru kun anaaf ‘appetiser’dha” – Gaazexeessaa Abdii Fiixee

Finfinnee: Jijjiiramni amma biyyattiitti dhufe jijjiirama lubbuun hedduu itti wareegame akkasumas, kan haadholiin ijoolleesaanii itti gabbaran waan ta’eef kan akka salphaatti ilaalamu akka hintaane gaazexeessaafi barreessaa Abdii Fiixee gaafdeebii Gaazexaa Bariisaa waliin... Read more »

“Tarkaanfiin ijaarsa seeraan alaarratti fudhatamaa jiru seera qabeessa” – Doktar Milkeessaa Miidhagaa

Finfinnee: Tarkaanfiin ijaarsa seeraan alaarratti fudhatamaa jiru seera qabeessa ta’uu Biiroon Bulchiinsaafi Ittifayyadama Lafaa Oromiyaa ibse. Hogganaan biirichaa, Doktar Milkeessaa Miidhagaa ibsa dheengadda kennaniin, tarkaanfiin tibbana ijaarsa seeraan alaarratti fudhatamaa jiru labsii... Read more »

WBOn waamicha taasifameef fudhachuun aantummaa ummataaf qabu dhugumsaa jira

Miseensi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Jaal Abdataa Laggasaa Qajeelaa, (maqaan qabsoosaa Yaadannoo) kaleessa ganama ture waamicha abbootiin Gadaafi ajaja Hayyu Dureen ABO, Jaal Daawud Ibsaa dabarsan fudhachuun ummatatti kan makame. Innis imala... Read more »

WBO simachuun guyyaa 3ffaaf itti fufeera

Koreen teeknikaa araara mootummaafi ABO godinaalee 12; aanaalee Oromiyaa 22tti bobba’e Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) simachaa jira. Koreen araaraa miseensota 71 qabu kan Amajjii 14,2011 hundaa’ee, Guraandhala 6 bara 2011 gara godinaaleefi... Read more »

Baatiiwwan jahan darbanitti olaantummaan seeraa mirkaa’era- Koree G/G ODP

Koreen giddugaleessaa ODP hojiilee baatii jahan darbanitti hojjetaman gamaaggamuun kallattii gara fuula duraa kaa’eera. Baatiiwwan jahan darbanitti olaantummaa seeraa mirkaneessuufi misoomni haala karooratiin hojjetamuun ibsameera. Itti gaafatamaan Waajjira Giddugaleessaa Oromoo Dimokraatiik Paartii(ODP)... Read more »

Asoosaan Fooramii Magaalota Itoophiyaa 9ffaa qopheessuuf filatamte

Fooramiin magaalotaa 8ffaan naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti mata duree “Ida’amuun badhaadhina magaalotaatif” jedhuun kabajamaa ture har’a xumurame. Kaayyoon fooramichaa karaa nagaafi haala barbaadamuun milkaa’uusaa  Ministirri Ministeera Misooma Magaalaafi Konistiraakshinii Obbo Jaanxiraar Abbaay... Read more »