Oduu Bariisaa

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Waggaa sadaffaa Doktar Abiyyi Ahmad aangoo ministirummaa muummee ittiqabatan sababeeffachuun sirni dargaggoonni Itoophiyaa naannolee hundarraa babahan Doktar Abiyyiif badhaasa ittikennaniifi isaanis dargaggootaafi namoota kaan badhaasan Bitootessa 25 bara 2013... Read more »

Magaaloonni Rijinii Kibba Bahaa fayyadamtoota ‘4G LTE Advanced’ ta’an Saamraawiit Girmaatiin Adaamaa: Obbo Abinnat Taaddasaa hojjetaa Dhaabbata Inshuraansii Itoophiyaa damee Adaamaati. Hojiinsaanii baay’een interneetiidhaan kan walqabatu ta’uufi kanaan duras networkiin magaalattii laafaa... Read more »

Waasiun Takileetiin Paartiin Badhaadhinaa federaalizmii sabdaneessaa walqixxummaan sabaafi sablammiilee ittimirkanaa’e lafa qabsiisuuf akka hojjetu Ittigaafatamaan Kominikeeshinii Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa beeksisan. Ittigaafatamtichi, Obbo Taayyee Dandaaa ibsa Gaazexaa Bariisaatiif dheengadda kennaniin paartichi walqixxummaa sabaafi... Read more »

Taammiruu Raggaasaatiin Finfinnee: Akka Oromoon biyya bulchaa jiru saboonni kaan hundi shakkii tokko malee amananii yoo fudhattan, akka ofii biyya bulchaa jiru amanee kan hinfudhanne Oromoo qofa jedhan hayyuun siyaasaa gameessi Obbo... Read more »

Yeroo filannoodhaaf qabame bu’ura godhachuudhaan qophiiwwan gara garaa taasisaa jiraachuufi filannicharratti haala guutuun hirmaachuuf qophiirra jiraachuu paartiin Sosohii Bilisummaa Sidaamaa beeksise. Dura ta’aan paartichaa Obbo Dukaa’elee Laammisoo ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin,... Read more »

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Milkaa’ina Pirojektii Koyishaatiif qarshii miliyoona 420 walitti qabuuf karoorfamuu Bulchiinsi Godina Daawuroo ibse. Bulchaan godinichaa Obbo Takilee Bazaabbih ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, maallaqa kana abbootii... Read more »

Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Ambo sababa gaaffii mirgaa kaasaa turteef waggoota 27n darbaniif addatti gama maraanuu qoqqobbiin hunkufoofte deebisanii misoomsuun hirmaannaa qaama hundaa akka fedhu kantiibaan magaalattii Obbo Saahiluu Dirribsaa ibsan. Gaaffii mirgaatiin... Read more »

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Tibbana bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bara 1997 irraa eegalee yakkoota saamicha lafaa, gamoowwan seeraan alaa, manneen kondominiyeemii seeraan ala dabarfamaniifi abbaa hinqabne sakatta’iinsa taasiseen iftoomsuunsaa ni yaadatama. Yakkoonni raawwataman namoota... Read more »

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Jijjiramni akka biyyaatti dhufe magalota tokko tokkotti osoo hawaasa bira hingahiin hafee yemmuu hawaasni akkuma kaleessaa tajaajilaan walqabatee komii dhiyeesutu mul’ata. Akka fakkeenyaatti wayita gara Buraayyuutti imalamu namoota bishaan... Read more »

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Abbootiin Gadaafi jaarsoliin biyyaa walitti bu’ iinsota adda addaa karaa nagaafi araaraatiin furuudhaan nageenya biyyaa mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa qabu. Dargaggoonni ammoo nageenya naannawaafi biyyaa tiksuufi ittifufsiisuu keessatti ittigaafatamummaa... Read more »