Abbummaa lafaa akka madda rakkoo guddina dinagdeetti

Finfinnee: Lafti qabeenya uumamaa kan ummataafi mootummaa  waan ta’eef, gurguramuufi jijjiiramuu akka hindandeenye heera mootummaa RFDI keeyyata 40/3 jalatti eerameera. Imaammanni misoomaafi hoggansa lafaas heeruma biyyattii bu’uureffachuun kan bahe yoo ta’u, namni... Read more »

Oromoon keenyaa malee kootii hinbeeku”- Injiinar Taakkaalaa Uumaa

Waggaa 29fan hundeeffama ODP tibbana naannawawwan adda addaatti sirnoota gara garaatiin haala ho’aadhaan kabajamaa jira. Naannawawwan ayyaanichi itti kabajame keessaa tokko Magaalaa Finfinneeti. Ayyaana Dilbata darbe kutaalee hawaasaa adda addaafi hoggansa hojii... Read more »

“Rakkooleen invastimantiin walqabatan hiikamuu qabu” -Abbootii qabeenyaa

Tibba kana pirezidaantiin Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa, Obbo Lammaa Magarsaa abbootii qabeenyaa naannicha keessa socho’an wajjin Finfinneetti mari’ataniiru. Abbootiin qabeenyaa maricharratti gaaffiileefi yaadota adda addaa kaasuun pirezidaantichaan deebii bal’aan kennameera. Abbootiin qabeenyaa haalli... Read more »

Mattuutti mankuusa bunaa ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame

Finfinnee: Mankuusaa bunaa Mattuutti qarshii miliyoona 60n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa Pirezedaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannnoo Oromiyaatiin kaleessa kaa’ame. Obbo Lammaa Magarsaa wayita dhagaa bu’uuraa kaa’anitti akka jedhanitti, ijaaramuun mankuusa kanaa rakkoo walitti hidhaminsa... Read more »

Warshaan Simintoo Daangotee hawaasa naannawaa fayyadaa jira

Mogor: Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Ada’aa Bargaatti kan argamu Warshaan Daangotee jiraattota naannawasaatti argaman karaa adda addaatiin fayyadaa jiraachuu ibse. Adeemsisaan hojii warshichaa, Mistar Daaniloo .Tirugiilloo ibsa Roobii darbe waajjirasaaniitti Gaazexeessitootaaf kennaniin,... Read more »

Ilma Abbaa Gadaa Bitootessaa hanga Bitootessaatti

Finfinnee: Bara darbe ji’a Bitooteesaa keessa ADWUIn walga’ii dhaaraafi obsa fixachiisaa adeemsisuun isaa ni yaadatama. Walga’iin kanaanis durataa’aan dhaabichaa filatamee Bitootessa 24 bara 2011 Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatiin ministira muummee ta’ee... Read more »

“Yaadota fiixee addaddaarra jiran walitti dhiyeessuuf hojjetamuu qaba” -Doktar Abiyyi Ahimad

Finfinnee: Yaadota fiixee addaddaarra jiran walitti dhiyeessuufi araarsuuf hojjetamuu akka qabu Ministirri Muummeen Doktar Abiyyi Ahmad ibsa kaleessa gaazexeessitootaaf kennaniin beeksisan. Gaaffin dhimma Finfinneerratti ka’u akkamiin misoomsinee waliin fayyadamuu dandeenya kan jedhu... Read more »

“Guyyichi hoggansa siyaasaa keenyaan waa’eelchamuun isaa adda isa taasisa” -Obbo Caalaa Lammii

Finfinnee: Ji’i Bitootessaa dhaaba siyaasaa Oromoo waggaa 29 har’aa hundaa’e tokkoof seena qabeessaa. Dhaabni kun keessumaa waggoota 28 darbaniif hanga bal’inaafi fedhii ta’uu baatus hojiilee siyaas-dinagdeefi hawaasummaa hojjetaa tureera. Baranammoo maqaa haaraafi... Read more »

Gufuuwwan guddina dinagdee waliigalaa furamuu qaban

Finfinnee: Itoophiyaan waggoota 15n darban keessa guddina dinagdee saffisaafi ittifufiinsa qabu galmeessisaa turteetti. Kanaanis sadarkaa biyyaatti hanga hiyyummaa dhibbantaa 69rra  kan ture gara dhibbantaa 29tti hir’isuun jireenya lammiilee fooyyessuun danda’ameera. Guddinni dinagdee... Read more »

Waggaa 8fan hidha haaromsaa dhugaa jiru ummatatti himuun kabajama jedhame

Finfinnee: Kabajni waggaa 8fa hidha guddicha haaromsa Itoophiyaa sadarkaa ijaarsichi qabatamaan irra gahe ummatatti himuun kan geggeeffamu ta’uu haggeessaan hojii hidichaa  beeksisan. Gaggeessichi hojii Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa  Injinar Kiflee Horroo ibsa... Read more »