“Badhaadhinni hirmaannaa cimaa waldaalee hojii gamtaatiin milkaa’aa” – Doktara kabajaa Hayilee Gabree

 Sinqinash Alamuu Adaamaa: Biyyoota addunyaa hedduu kessatti lammiileesaanii gurmeessuufi misoomaaf kakaasuun, kanneen akka waldaalee hojii gamtaa fayyadamuun miseensonnisaanii qabeenya akka horatan taasiisuun hirmaannaa qabeenyaa haqarratti hundaa’e mirkaneessuun guddinasaaniif bu’uura kaa’aniiru. Itoophiyaattis waggoota... Read more »

“Oromiyaatti ittifayyadama bajataarratti jijjiiramni guddaan mul’achaa jira” -Obbo Tolasaa Gadafaa

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Oromiyaatti rakkooleen ittifayyadama bajataan walqabatanii mul’atan furamaa deemuun keessumaa waggoota sadii as jijjiiramni guddaan mul’achaa jiraachuu Biiroon Walta’insa Dinagdee naannichaa ibse. Hogganaa biirichaa Obbo Tolasaa Gadafaa ibsa Roobii darbe... Read more »

“Nuyi filanneerra murteen kana boodaa boordii filannoo ilaallata” -Jiraattota magaalaa Burraayyuu

 Waasihun Takileetiin Burraayyuu: Filannoon biyyaalessaa Itoophiyaa marsaa jahaffaa Wiixata darbe gaggeeffame sodaafi kutannoon kan guutame ture jechuun nidanda’ama. Akka sodaatamu kan taasise dhiibbaa biyya keessaafi alaa biyyattiirratti aggaamee ture yoo ta’u, kutannoon... Read more »

“Filannichaan Ummatoota Itoophiyaatu mo’e” -Tasfaayee Jimaa (PhD)

 Sinqinash Alamuutii Finfinnee: Filannoon ulaagaa dimokrasiin ittin shaakalamu keessaa tokko. Filannoon marsaa jahaffaa Wiixata darbe gaggeeffames biyyattiin deggarsa qaama kamuu malee ummatasaa dimokraasii shaakkalsiisuu akka dandeessuufi ummannis akka nagaafi dimokraasii barbaadu kan... Read more »

Ergaawwan filannicha ilaalchisuun darban keessaa

Kutaa Qophiitiin Doktar Abiyyi Ahmad Filannoon baranaa bifa hundaan kan nama gammachiisuu ta’uufi ogeessonni miidiyaa kuma lamaafi 70 ol buufatalee filannoo adda addaatti bobba’anii kallattiin dabarsuunsaanii seenaa Itoophiyaa keessatti isa jalqabaati. Bara... Read more »

“Raafama siyaasaa biyyattiirratti aggaamame qolachuuf tumsi diyaaspooraa murteessaadha” -Diyaapooraawwan

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Dhiibbaan gama kanaan taasifamaa jiru walabummaa biyyattii kan hubu ta’uun walqabatee tumsi diyaaspooraawwan biyya keessaafi alaan taasifamu cimuu akka qabu diyaaspooraawwan Oromoo biyya keessa jiran bsan. Marii dhimma haala... Read more »

Oromiyaatti ganna kana: Lafti heektaara miliyoona 6.3 ni Biqiltuun biiliyona 4.4 ni dhaabama

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Waqtiin gannaa kutaalee biyyattii hedduu keessatti kan roobni gahaa ta’e itti argamu waan ta’eef akka biyyaatti waqtii qonnaa murteessaadha jedhanii fudhachuun ni danda’ama. “Nama ganna sirnaan hinqotanne bona hinbahu”... Read more »

“Filannichi nagaan akka xumuramuuf hunduu ga’eesaa ba’aachuu qaba” -Yaada jiraattota magaalaa Jimmaafi Sulultaa

Natsaannat Taaddasaafi Saamiraawit Girmaatiin Jimmaa/Sulultaa: Itoophiyaattis ta’e biyyoota adda addaatti filannoon duras ta’e booda rakkooleen nageenyaa darbanii darbanii mudachuun waanuma jiruudha. Filannoon biyyaalessaa marsaa 6fa iftaan Itoophiyaatti adeemsifamus rakkoo tokko malee naga... Read more »

Itiyoo Telekoom tajaajila ‘4G LTE Advanced’ magaalota biyyattiitti babal’isuuf hojjechaa jira

 Natsaannat Taaddasaatiin  Jimma: Itiyoo Teelkoom barana tajaajila ‘4G LTE Advanced’ intarneetii mobaayilii daran saffisiisu magaalota biyyattii 103tti babal’isuuf hojjechaa jira. Itiyoo Telekoom Kibxata darbe tajaajila (‘4G LTE Advanced’) kan Riijinii Kibba Lixaa... Read more »

“Filannichi, ‘Akkuma horaniin horatti hinoofanii’ ta’uun hubatamuu qaba” -Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa

Charinnat Hundeessatiin Finfinnee: Filannoon biyyaalessaa marsaa ja’affaan Wiixata dhufu adeemsifamu akkuma duulli na filadhaa karaa nagaqabeessaan goolabame sirni kenniinsa sagalee isa booda jiru nagaadhaan akka xumuramuuf gaaffii, eenyurraa maaltu eegama jedhu qabannee... Read more »