Sirna afaan tokkeerraa gara afdaneessummaatti

Finfinnee: Itoophiyaan imaammata afaanii si’a jalqabaaf barana kan qopheessite yoo ta’u, afaanota afur (Afaan Oromoo, Somaalee, Tigireefi Affaar) Amaariffaa waliin afaan hojii mootummaa federaalaa gochuuf murtaa’eera. Manni maree ministirootaas imaammaticha erga raggaasiseen... Read more »

“Ibsi Ameerikaan ijaarsa hidha guddichaa irratti baafte dantaa biyyattii kan tuquudha” -Paartilee morkattootaa

Finfinnee: Ameerikaan Hidhaa Haaromsaa Guddichaa Itoophiyaa ilaalchisuun, walga’ii Itoophiyaan irratti hinargamne irratti Sudaaniifi Misrii waliin ta’uun ibsa torban har’aa baafteen, waliigaltee dambiifi qajeelfama ittiin bishaan guutamuufi gadi lakkisamu qophaa’e utuu hinmallatteessin hidhicha... Read more »

“Piroppoozaala bocanii fiduun invastara ofiin jechuun dur hafe” -Obbo Solomon Alamuu

Dasee: Gahee invastarootni rakkoo hojidhabdummaa dargaggootaa furuufi dinagdee biyyaa saffisiisuu keessatti qaban salphaa miti. Invastaroonni ga’umsaan hojiisaanii mo’atanii hojjetan baay’inaan dhibamuun garuu hawaasa biratti komii bal’aa uumaa jira.  Komiin hawaasaa akka bal’atu... Read more »

“Sirna siyaasa Itoophiyaa okkolaa jiru qajeelchuuf filannoo walabaa adeemsisuun dirqama”-Paartiilee morkattootaa

Finfinnee: Sirna siyaasa Itoophiyaa okkolaa har’a gahe  wal’aanuuf ykn qajeelchuuf furmaatni filannoo walabaa karaa hundumaan guutuu ta’e adeemsisuun dirqama ta’uu paartileen morkattootaa ni ibsu. Xinxaltootni siyaasaas yaaduma kanarratti waliigalu. Miseensi hoggansa Paartii... Read more »

“Ambo qabsorraa gara misoomaatti ceetee jirti” – Obbo Saahluu Dirribsaa

Amboo: Waggootan 27n darbaniif qaamota biyya bulchaa turan biratti Amboo akka diinaatti ilaallamaa turuusheefi sababa kanaafis ta’e jedhamee misoomni garaagaraa magaalattii keessatti akka hinbabal’anne taasifamaa turuu kantiibaan magaalattii Obbo Saahiluu Dirribsaa ni... Read more »

Waliigalteen pirojektoota invastimantii 11 addaan cite

Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti pirojektootni invastimantii 11 ta’an hanga har’aatti sababa hojii misoomaa keessa hingalleef waliigalteensaanii addaan cituusaa Komishiniin Invastimantii Oromiyaa tibbana beeksiseera. Pirojektoota invastimantii 120f ammoo yeroo gabaabaa keessatti gara misoomaatti akka... Read more »

Injifannoo Adwaa: Mallattoo tokkummaa ummata Itoophiyaa

Finfinnee: Ummatni Itoophiyaawaraana Xaaliyaanii meeshaa waraanaa ammayyaa hidhatee daangaafi galaana ce’ee dhufe tokkummaan itti duulee kan injifate Guraandhala 23 bara 1888 ture. Guyyaan injifannoo mallattoo tokkummaa ummata Itoophiyaafi saba gurraachaa ta’e kun... Read more »

Firummaafi jaalala ummatootaa cimsuun biyya sabdaneessa taate ijaaruu qabna” Obbo Indaashawu Birhaanuu

Fiichee: Saboota, sablammootaafi ummattoota Itoophiyaa gidduutti firummaa, jaalalaafi nageenya amansiisaa ta’e cimsuun biyya sabdaneessaafi afdaneessa taate ijaaruu qabna jechuun Bulchaan Godina Shawaa Kaabaa ibsan.  Bulchaan godinichaa Obbo Indaashawu Biraanuu kana kan ibsan... Read more »

 “Ijoollee keenya meeshaa waraanaa hinbaachifnu” – Doktar Abiyyi Ahmad Waraabee: Istaadiyeemiin magaalaa Waraabee Roobii darbe ummata kumatamaan lakka’amanii guutame ture. Ummanni Godina Silxeefi naannawaashee keessumaa jabaa simachuuf gariin uffataafi faaya aadaatiin miidhaganii... Read more »

“Adeemsi filannoo waliigalaa nagaqabeessa akka ta’uuf ciminaan hojjenna” Miseensota Caffee Oromiyaa

Adaamaa: Miseensotni Caffee Oromiyaa adeemsa sirna filannoo waliigalaa marsaa 6faf barana adeemsifamu nagaa qabeessa taasisuuf qaamolee mootummaafi paartilee morkattootaa waliin ni hojjennaa jechuun Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf ibsaniiru. Aadde Baqqalach Keeyruu godina... Read more »