ODUU
Finfinnee: Baaleetti ji’oota shanan darbanitti dammi tooniin 3500 omishamuu waajjirri qonna godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Aliyyii Mahaammad turtii Kibxata darbe Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin akka jedhanitti, godinichi omishaafi omishtummaa dammaatiif mijataafi... Read more »
Finfinnee: Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaatti omisha qonna gannaa bara 2016/17 irraa callaa kuntaalli miliyoona 49.9 akka eegamu Biiroon Qonnaa Naannichaa beeksise. Sadarkaa Pirezidaantii Ittaanaatti Qindeessaan Kilaastara Misooma Baadiyyaafi Hogganaan Biiroo Qonnaa naannichaa Obbo... Read more »
– Baankichi yaa’iisaa idilee 20ffaa har’a gaggeessa Finfinnee: Guyyaan Waldaalee Hojii Gamtaa 6ffaan kaleessa sirnoota adda addaatiin Adaamaatti bakka komishinarri Komishanii Waldaa Hojii Gamtaa RFDI Obbo Shifarraa Shugguxee dabalee keessummoonni adda addaa... Read more »
Finfinnee: Afaan Oromoo afaan saayinsiifi teknolojii taasisuuf moosaajii Afaan Oromoo gara Amaariffaafi Ingiliffaatti hiiku misoomsaa jiraachuu Biiroon Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa beeksise. Mosaajichi guddina afaanichaa mirkaneessuu cinatti walittidhufeenya sabootaa, sabalammootaafi ummattootaa cimsuu keessattis... Read more »
Adaamaa: Finfinneen qe’ee Oromoo Tuulamaa, magaalaa lafee ilmaan Oromoorra dhaabatte Oromootti abidda faanaa taatee qe’eefi qabeenyasaarraa buqqisuun Oromummaa erga dhiistee bubbulteetti. Sirnoonni darban marti waan afaan qawweetiin biyya bulchaa turaniif gaaffiin abbaa... Read more »
– Magaalotatti barsiisotni 3253 lafa mana jireenyaa argatan Finfinnee: Baadiyyaa Oromiyaatti bara bajataa 2017 hirmaannaa ummataatiin barsiisota 8843f manni jireenyaa ijaaramee yoo kennamu magaalotatti barsiisonni 3253 lafa mana jireenyaa argachuusaanii Biiroon Barnoota... Read more »
Adaamaa/Ciroo: Haalli nageenya Godina Shawaa Bahaa kanaan dura ture ummatarratti miidhaa qaqqabsiiseera. Ummannis miidhaa sababa rakkoo nageenyaatiin irra gahaa ture bahee ibsachuun humnoota seeraan ala hidhatanii socho’aniif waamicha nagaa taasisisuu bulchaan godinichaa... Read more »
Beeyiladni qalmaa kuma 500 oliifi zayitii liitirri miliyoona 10 ol nidhiyaata Finfinnee: Ayyaanota Qilleefi Cuuphaa bara 2017tti hanqina galteewwaniin walqabatee qaala’iinsi gatii akka hinumamneef qophii gabaa taasisuu Biiroon Daldala Oromiyaa beeksise. Hogganaa... Read more »
Bishooftuu: Barmaatilee daa’immaniifi dubartootarratti miidhaa geessisan qolachuufi balaaleffachuuf Biiroon Dhimma Dubartootaafi Daa’immanii Oromiyaa hojiilee hedduu hojjetaa jira. Keessumaa seektarootaafi dhimmamtoota addaddaa waliin ta’uun dhimmicharratti hojjetaa jira. Dhimmi kun xiyyeeffannaa akka argatuuf sosochii... Read more »
Finfinnee: Waliigaltee araaraa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waliin mallattaa’e hojiitti hiikuuf mootummaan Naannoo Oromiyaa kutannoo kan qabu ta’uu Biiroon Kominikeeshinii Naannichaa beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo Hayiluu Addunyaa haasaa kaleessa marii Gumii Balal... Read more »