
Paarkiin Tokkummaa iddoowwan hawwata turiistii jaha qaba. Isaanis Hola (Leenca Gurraacha), iddoo biqiltuu biyya keessaa, ibsituuwwan duudhaalee naannolee, bakka magariisaa, iddoo beeladootaa, gamoowwan seenaqabeeyyii masarichaati. Leenca Gurraachaa Holqa miidhaginaan tolfameefi dheerina meetira... Read more »
Kana furmaanni saa, sana furmaanni saa Gamtaan tokko taanee yaadaan buufnee baafnee Yoo hundoofne nuti, addunyaaf ni taana Biyya keenya mitii Jedhee na utube beekaan xiqqoo mitii Anis xiqqoo yaadee iddoon jiru... Read more »

Sakaallaankee laafnaan kan hiikkatte seetee Oliif gadi fiigdee akka feete taatee Callisee silaallaan dhiitichaas kajeelte Margi lalisaa kun waan hin gogne seetee? Durdur sakaallaankee mogolee sibuusee Gogaakee quncisee lafeetti sibaase Anatu qabsaahee... Read more »
1 Dhageettiin badeeraa kan warra gamasii Ani taa’een ilaalaa ati guurii baasi. Jecha dachaa: guurii baasi Sookoo: guurii gurra keessaa baasi. Soorgoo: Harii baasi, Haxaa’i Harka walqabachuun hundumaafuu tolaa Kan wal bira... Read more »

Yaa’a Bal’oon magaalaa guddoo Godina Booranaati. Godinichi duudhaalee aadaatiin daran kan badhaadhe yoo ta’u, moggaasni magaalotaafi bakkeewwan godinichaas akkasuma seenaadhaan kan walqabataniidha. Moggaasa Yaa’a Bal’oo ilaalchisuun maanguddoon Booranaa Abbaa Boruu Dirree Guyyoo... Read more »