Dhalli namaa kaayyoo dhalateef sirriitti hubatee kaayyoosaa kanaaf yoo jiraate daandii namoota addunyaa kanarratti dhiibbaa gaarii geessisanii darban keessa akka isaan seenan kan taasisu dhoksaa cimaadha. Akka dhala namaatti waanti guddaan beekuu... Read more »
Yeroo tokko akka itti ummatni biyya Ruwaandaa waliisaa barbadeesse mucaan dubaraa ganna kudha saddeetii gadii tokko waan agarteefi mudannoo dhuunfaa isheetii kan isheen dubbatte yoomiyyuu akkan hinirraanfanneefi irra deddeebi’ee gaaffii garaa garaa... Read more »
Qaala’iinsi jireenyaa umurii dheeraa qaba. Biyyoottan hedduu bitaattessee har’a nucina ga’e. Namootni gama kanaan qoratan akka addeessanitti rakkoon kun kan har’a eegale utuu hinta’in rakkoo addunyaa bara dheeraa, dawaa walfakkaatuun tokkichaan yaalamee... Read more »
Seenaa filannoo keessatti taatewwan ajaa’ibsiisoo danuutu jiru. Yeroo duula nafiladhaa biyya Ameerikaa keessa akka tasaa qotee bulaan maqaan isaa Shoemaker jedhamu tokko Dr. Madison Marshiin arge. Qotee bulaan kun oyiruu isaa keessaa... Read more »
Namoonni jijjiiramaa hanga milkaa’anitti kufuu nidanda’u. Warri kufoon garuu hanga kufanitti yaalii godhu. Kufaatiin booda adeemsa isaanii nidhaabu. Haamileen isaanii kufuu irraa kan ka’e gaara isaan hinbaasu. Sodaan keessa isaanii jiru akka... Read more »
Filannoon yeroo dhiyaatu gaaffiin hatattamaan gara nama dhufu eenyun filadhu? Eenyutu bakka barbaadame kanaaf ta’aa? Enyutu jijjiirama fiduu danda’aa? Ulaagaa maaliinan kadhimamtoota secca’ee nama sirrii filadhaa kan jedhuufi kkkf., gaaffii namoota hedduuti.... Read more »
Bara 1960 Pirezedaantii biyya Ameerikaa ta’anii kan filataman Johoon F. Kenediin bakka dorgomanitti sagalee tokkoon akka injifatan seenaan nidubbata. Bara 1968 Pirezedaantii Ameerikaa ta’anii kan filataman Richaard Niiksen naannoo itti dorgamanitti sagalee... Read more »
Gaggeessaan biyyaafi dhalootarratti jijjiirama fidu kan ofii waan cima hojjetu qofa utuu hinta’in kan namoota waan cimaa hojjechiisu, nama mul’ata burqisiisuu danda’u, naannoo mul’ata kanaatti kan nama ijaaru, malaammaltummaarraa kan fagaate, dhalootaaf... Read more »
Filannoon yeroo ka’u biyyi Giriikii hindagatamtu. Biyya Girikii wajjin seenaa filannoo, falaasama, beekumsaafi kkf, hedduutu maqaa dha’ama. Filannoo nuti har’a haasofnu bara 508 dhaloota Kiristoosiin (BC) dura biyya Giriikii keessatti geggeeffamaa akka... Read more »
Walitti bu’iinsonni jiran yoo xiqqate dhibbeentaan 90 dhugaa irratti utuu hinta’in miira irratti kan bu’ureffatanidha. Bara keessa jirru kana walitti bu’iinsi baroota darban caalaa addunyaa keenyarratti baay’ataa dhufeera. Sababiinsaa namoota dhuunfaas ta’e... Read more »