Jireenya Gaggeessitoota Jijjiirama Fidanii

Jireenya gaggeessitoota jijjiirama fidanii yoo ilaallu kan isaan waliin qaban kabajaafi bu’aa dhuunfaaf kan hintattaafanne, hadhaa’inni kan isaan keessa hinjirre, dadhabinasaanii dhoksuuf kan hin yaalle, galmarratti kan xiyyeeffatan, abdiin kan guutaman, obsa... Read more »

GEGGEESSAA JIJJIIRAMAA

Seenaa geggeessitoota hedduu yeroo ilaallu baay’een isaanii bakka jiranitti fayyadamanii yeroo biyyaafi dhaloota ijaaran kaan ammoo aboo qabanitti fayyadamanii biyyaafi dhaloota diiganii darban. Tokko tokko waan haaraa yeroo hojjetan kaan ammoo isa... Read more »

Hawaasni malaammaltummaa hinbalaaleffanne maasii saamchiaa ta’a

Malaammaltummaa ilaalchisee kuusaan jechootaa ‘Oxford’ jedhamu yeroo hiiku “Matta’aa fudhachuu, aangawoonni aboo itti kennametti amanamummaa dhabuu, amala saamtuu yookaan soba (fraud) calaqqisiisuu” jedha, Jechi malaammaltummaa (corruption) jedhu kun afaan Laatiinii “Curruptus” jedhamu... Read more »

Karoora hinqabdu taanaan namatu sitti karoorfata

Yeroo tokko barattootni afur kolleejii utuu baratanii qormaatni akka itti dhiyaate utuu hinhubatin halkan taphataa turanii waan qophii qormaataa hinqabneef ganamaan ka’anii diinii kolleejii bira dhaqanii akka rakkoon isaan mudate ibsaniif. Yeroo... Read more »

Dhaloota dhiibbaa gaarii uumu

Dhalli namaa bara jiraatee darbu keessatti jireenyasaarrattis ta’e kan nama biraarratti dhiibbaa gaarii uumee darbuuf kan hinfeene hinjiru. Jireenya dhiibbaa gaarii uumu jiraachuu kan hinbarbaadne jira jechuun hindandaa’amu. Haa ta’u malee rakkoon... Read more »

Hariiroo gaarii hojjechuu, fayyaafi umurii dheeraa

Yeroo tokko magaalaa biyya Hindii Boombey jedhamtu keessatti namni tokko utuu konkolaataan deemuu gaarummaa mucaan xiqqoo tokko irraa argeen ilaalchi isaa daran akka geddarame dubbata. Mucaan xiqqaan magaalaa Boombey keessa jiraatu kun... Read more »

Moofaadhaan loluurra haaraa ijaaruu wayya

Dhuma waggaarratti namootni hedduun duuba deebi’anii bara dabarsan keessatti hangam akka jireenyisaanii jijjiirameefi karoorrisaanii milkaa’e yeroo itti ilaalan, umuiin ogummaa fidee dhufa akkuma jedhamu yeroo dabarsan keessa hangam akka ogummaa argatan yeroo... Read more »

Araada Interneetii

Akka lakkoofsa addunyaatti, Waxabajjii 2010 oduun nama naasisu “The Gardian” kan jedhamu gaazexaa biyya Ingilizii irratti maxxanfamee ture. Guyyaa Sanbata Duraa galgala maatii mana utuu hincufatiin ijoollee lakkuu umuriin isaanii ji’a sagal... Read more »

Sammuun maasii sanyii itti facaasan biqilchuudha

Sammuun namaa maasiidha. Maasii sanyii gaarii yookaan aramaa itti faca’e margisiisu. Maasii kana keessa namni hundumtuu waan itti facaase haammata. Biyyis waan facaaste haammatti. Maatiin illee sammuu ijoolleesaatti waan facaase haammata. Waan... Read more »

Dhiphinni haala kee hinfooyyessu

Yeroo tokko nama jechi tokkichi xinnummaasaatti yeroo inni barataa sadarkaa tokkoffaa ta’ee jiru barsiisaansaa ittiin jedheen ganna digdamaa oliif jireenya dhiphinaatti jiraate argeen ture. Barsiisaansaa fokkisaa, ijoollee biroo wajjin nama xaphachuu hinqabne... Read more »