Addunyaarratti biyyootni %66.7 ta’an malaammaltummaa daangeessuuf tattaaffiin isaan kanaan dura taasisaa turan akka gadi bu’e qorannoo “Corruption Perception Index” jedhamu waggaatti waa’ee malaammaltummaa dabalatee maxxansa garaa garaa baasu tokko nimirkaneessa. Rakkoon malaammaltummaa... Read more »
Ebila 6, 1994 xiyyaara pirezidaantiin biyya Ruwaandaa qomoo warra Huutuu keessaa ta’e ittiin deemaa ture rukutamee kufuun isaa qomoo warra Tuutisiif sababa lafarraa duguugamuu ta’e. Guyyoota 100 keessatti namoota qomoo Tuutisii ta’an... Read more »
Bara keessa jirru kana mareen biyyoolessaa biyyoottan garaa garaa keessatti, rakkoolee gama siyaasaan mul’atan furuuf galumsawwan (context) addaa addaa keessatti geggeeffamaniiru. Biyyoonni maree kana sirriitti geggeeffatan egereesaanii ittiin jijjiiraniiru. Kaan ammoo kennanii... Read more »
Yeroo tokko obbolootni sadii dhaala irratti walitti bu’anii rakkoon cimaan yeroo isaan muudatu gara nama hawaasa keessatti fudhatama qabuufi beekaa jedhamu tokkoo dhaqan. Innis rakkoo isaan mudate erga isaan irraa dhaggeeffatee booda... Read more »
Adgandeessuu (globalization) yoom akka eegale ilaalchisee yaad-rimeen addaa addaa yoo jiraatellee baay’eesaarratti beektonni akka walii galtee irra hingeenye beekamaadha. Tokko tokko kallattii dinagdeen yeroo ilaalan kaan ammoo kallattii aadaan, seenaan yookaan gama... Read more »
Namni Raalfi Waaldoo Emeerson jedhamu tokko “Namni ati dhumarratti taatu murtoo ati har’a ofirratti murteessiturratti hundaa’a” jedha. Nama borii ta’uuf har’a qophaa’uu qabda; haalli kee har’aa borii keerratti miidhaa ta’umsas ta’ee alta’umsa... Read more »
Billaachi yeroo jalqaba yaatu wal’aansoo cimaa qabdee qola ishee (cocoon) keessaa baati. Qolli isheen keessaa baatu salphaatti gadi hindhiisu. Namni tokko akka tasaa wal’aansoo isheen qabdu ilaalee gaddee gargaaruu barbaade. Sababiin isaa... Read more »
Torbee darbe Paakistaan ‘YouTube’ 35fi marsariitiiwwan (websites) lama sababa oduu sobaa diinummaa hawaasa keessatti babal’isu bifa qindaa’aa ta’een tamsaasuuf akka cufaman taasisteetti. YouTuboonni cufaman yoo xiqqaate hordoftoota miiliyoona 12 oliifi namoota viidiyoo... Read more »
Yeroo tokko dubartiin koolleejjii Siwaartimoor jedhamu keessa hojjettu mucaa ganna saddeetii maatiisaa harkaa fudhattee amala gaarii horatee akka guddatuuf yaalii goote. Mucaa kanas sammuunsaa waa’ee nagaa akka yaaduuf gargaarsa barbaachisaa goote. Gaaf... Read more »
Manguddoon tokko gabaa oolanii baabura geejjibaan utuu gara qe’eetti deebi’anii akka tasaa kophee gatii jabaan bitatanii galaa jiran baabura keessaa lafa bu’e. Namni cinaa isaanii taa’ee jiru ilaalee callisanii imala itti fufuu... Read more »