Jireenyi namaa wal’aansoon guutuudha. Namni jabaatee wal’aansoo qabe injifataa yeroo ta’u, kan harka kenne garuu injifatamaa ta’ee dirree jireenyaa keessaa ala ba’a. Seenaa namoota milkaa’oo hedduu irraas isa kana barra. Namoonni biyya... Read more »
Biyya lafaa kana keessatti dhuunfaattis ta’e akka walootti rakkoolee nu mudatan ogummaan injifachuun barbaachisaadha. Inni kun ammoo bal’isanii haala keessa jiraniin alatti yaaduu gaafata. Rakkoo nu mudateef mala nu baasu dha’uu, furmaata... Read more »
Yeroo tokko nama jechuun maal jechuu akka ta’e gaaffiin ka’ee deebiiwwan gara garaa yoo itti kennamellee deebiiwwan turan keessaa kan yaada namaa harkise isa namni tokko deebisan ture. Innis akks jedha, “Nama... Read more »
Eenyuyyuu of fooyyeessuu ni danda’a Maxxansa keenya kanaan duraa irratti barbaachisummaa of jijjiiruu, jijjiiramni inni jalqabaa of irratti hojjechuufi of fooyyessuu akka ta’e, egeree ofii jijjiiruu danda’uu akka ta’e, isa kanaaf ammoo... Read more »
Namni maqaan isaa Joon Ruubii jedhamu sababa namoonti hedduun araada garaa garaa keessaa ba’anii akka jireenya sirrii jiraatan nama taasisaa ture akka ta’e seenaan isaa dubbata. Namni kun namootni araadaan takaalaman haala... Read more »
Ardaan Marii Dinagdee Addunyaa (World Economic Forum) ganna muraasa dura gaggeessummaa irratti qorannoo taasiseen, akka addunyaatti namoonni %86 ta’an gama gaggeessummaatiin akka kufaatiin cimaan jiru dubbatu. Dhaabbilee addaa adda irrattis qorannoo ta’een... Read more »
Namni maqaansaa A.G. Gordon jedhamu mucaa xiqqoo simbirroo hedduu guubootti baatee deemu tokko argee haasaa mucicha wajjin taasise yoomiyyuu kan dagatamu miti. Mucaan simbira walitti qabee deemu kun attamitti akka simbiirroota kanneen... Read more »
Biyyoottan Awurooppaafi Ameerikaa keessatti poornoogiraafii waraabanii gabaatti dhiyeessuun seera qabeessa erga ta’ee oolee buleera. Rakkoon kun ammoo kalaqa intarneetaa wajjin saffisaan kan biyyoottan addaa addaatti tamsa’aa jiruuf namoonni bifa salphaa ta’een bakka... Read more »
Malaammaltummaan rakkoo ardii tokkoo qofa miti. Rakkoo hawaasa tokkoo qofas miti. Bubbee hamaa biyya lafaa kana irraa jireenya namaa, qabeenya biyyaafi misooma quucarsuudha. Bakka hundumaatti kan argamu dhukkuba hamaadha. Gufuu guddinaati. Gufuu... Read more »
Ma l a a m m a l t u m m a a n qabeenya hawaasaa faayidaa dhuunfaaf itti fayyadamuu, qabeenya seeraan argachuu hinqabne aboo qabanitti ykn bakka jiranitti fayyadamuun argachuuf... Read more »