Halkan hinbariine hinjiru

Namni maqaan isaa ‘Walt Whitman’ jedhamu “Gara baha biiftuu ilaali; gaaddiduun kee si duuba goraa”  jedhe.  Abdiin gara fuula duraa ilaali jechuu isaati. Dhalli namaa kaleessa irraa kan baratu, guyyaa har’aa kan... Read more »

Dogongorarra furmaata barbaaduu

Yeroo tokko barataan suura ba’eessa godhee kaasu tokko sababa beekamtii cimaa argateef akka namootni fakkii isaatti yaada itti kennan keesumatti ammoo bakka dogongora arganitti mallattoo gurraacha akka itti godhaniif yaada namootarraa barbaadee... Read more »

Yeeyyii hoolotarraa ari’uun hoolaaf galata yeeyyiif mufiidha

Yeroo tokko Pirezidaantiin Ameerikaa Obbo Abrahaam Linkoolni akkas jedhan,  “Balaan eessaa dhufa jennee eegnaa? Garba Atilaantikii gamaa dhufee nurra ejjetee nuhurreessa jennee yaadnaa? Lakkii kun gonkumaa hinta’u. Loltootni biyyoota Awurooppaafi Eeshiyaa nutti... Read more »

Qisaasa’iinsa safuu

Namichatu arboota funyoo qal’oon walitti hidhee karaa cinaa dhaabataa oolu. Namootni arboota tarree nam’anii funyoo qal’oo tokkoon hidhamanii si’a tokko tokko agarsiisa addaa addaa agarsiisan kana ilaalanii ajaa’ibsiifatu. Arbootni kun funyoo ittiin... Read more »

Rakkoo odeessuun otoo hinta’in qaawwa jiru cufuun jijjiiramni ni dhufa!

Maxxansa torbee darbee irratti jijjiirama fiduun aarsa akka gaafatuufi isa kana ilaalchisee rakkoolee yerootii gara yerootti mul’atan injifachuun hir’uu jiru guutuun gara fuula duraatti arreeduuf ga’een geggeessitootaa cimaa akka ta’e eegallee turre.... Read more »

Deggeesumman aarsaa ta’uudha

Deggeesumman aarsaa ta’uudha Geggeessummaan aarsaa ta’uun dhaloota ijaaruu malee aarsaa gochuu bakka qabachuu miti. Akka biyyoota Afrikaatti garuu namootni aboof jecha dhaloota kumaatamaan lakkaa’aman aarsaa akka godhan qorannoowwan gara garaa nimirkaneessu. Ardii... Read more »

Hubannoofi obsi dawaa injifannooti

Dubbiin namaa kan si miidhu yoo ati eyyamteef qofa. Abrahaam Lonkoliin pirezidaantii Ameerikaa ta’ee yeroo filatame muudamasaarratti haasaa taasisee erga xumuree booda namichi maatii sooressaa keessaa dhalate waamicha sana keessa jiru tokko... Read more »

Duula lubbuu moo duula filannoo?

Sadaasa gaafa guyyaa 2, bara 1918 vaayirasiin infuluweenzaa Ameerikaa dabalatee biyyoota wayita namoota danuu ajjeesaa turetti dhukkuba ummata miidhaa jiruufi filannoo akkaataa itti geggeessanirratti rakkootu ture. Ta’us Ameerikaan filannoo sana geggeessuuf murteessite.... Read more »

AKTIIVISTUMMAAN NAMA OOLCHUUF HAA TA’U

Waggoota muraasaa asitti wantoota biyya keenya keessatti yeroo hedduu dhaga’amuu eegalan keessaa tokko aktiivistummaadha. Namootni hedduun naannoolee addaddaarraa, miidiyaalee garagaraa fayyadamuun ilaalchasaanii yeroo ibsan dhaga’uun, baay’een keenyas yaada nutti fakkaate kan mormus... Read more »

Jijjiiramni ilaalcha jijjiirame barbaada

Jijjiiramni hundee waan hundumaati. Jijjiiramni seera uumamaati. Namni umuriin, bifaan, yaadaan, bilchinaafi kkf jijjiiramaa deema. Haalli qilleensaa, saayinsiifi teeknooloojiin ni jijjiiramu. Haalli jireenyaa isa kaleessaafi dheengaddaa irraa saffisaan jijjiirameera. Ilaalchi namni haalota... Read more »