Doktar Sheek Mohammad hayyuu guddaafi sabboonaa Oromoo afaan, seenaafi aadaa saba isaaniif hedduu gumaachaniidha. Waan isaan sabaaf gumaachan keessatti barruulee, suur-sagaleelee (‘audio visuals’) hiikaalee, dokumentootaafi hojiilee kan biroo hedduutu argamu. Sabboonummaa ummata... Read more »

Dubbistootaa, maxxansa keenya torban darbeetiin kutaa tokkoffaa barreeffama kanaa isiniif dhiyeessuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaan ammoo kutaa lammaffaasaa dhiyeessineera. Bariisaa: Mee haaloota akkanaa keessa dabartanii amma sadarkaa ministeerummaa akkasumas koree raawwachiistu... Read more »

Finfinneen qe’ee Qajeelaa Dooyyoo, Abeebee Tufaa, Guddataa Araddoo, Jamoo Dabalee, Soraa Loomee, Galatee Asheetee, Axaalee Jaatanii, Shubbuu Ejersaafi madda ilmaan Tufaa Munaa, akkasumas wiirtuu Maccaafi Tuulamaa handhuura Oromiyaa kan heerriifi seenaan lafa... Read more »

Sirni Gadaa of keessatti aadaafi duudhaa addaddaa akka qabu beekamaadha. Abbaan Gadaas yeroo gadoomasaa keessatti wantoota raawwatu qaba. Akka sirna Gadaa naannawa Booranaatti Abbaan Gadaa dirqama gooroo marmaaruu ni qaba. Haala kanaan... Read more »
Galmeen jechootaa namoonni Amaariffaan afaan hiikkatan akka Afaan Oromoo barataniif gargaaru Barsiisaa Girmaa Inchaalawuun qophaa’ee maxxansi jalqabaa bara 2011 fayyadamtootaaf dhiyaateera. Galmeen jechootaa kun kutaalee sadii jechuunis gilgaalawwan dubbii, wabiiwwaniifi boqonnaa hiika... Read more »

Waldhabdee daangaa Itoophiyaafi Eritiriyaa gidduutti uumamee tureen tulluun jibbaa waggoota 20 oliif ijaaramee ture hariiroo biyyoota lameenii daangessuurra darbee sochii hawaas dinagdee biyyoota kanaa ugguraa tureera. Hawaasni waggoota 20 dura waliin qabsaa’aa,... Read more »

Seenaa qabsoo Oromoo keessatti dubartiin cimtuu aartiidhaan akkasumas waraanatti dabalamuudhaan harka caalaa umriishee dabarsiteefi onnee Oromoo hunda keessa jirtu jirti. Artistiin kun ijoollummaadhaan qabsootti kan seente yoo ta’u maatiikoo, ijoolleekoo akkasumas, qe’eekoo... Read more »

Oromoofi aartiin hidhata guddaa qabu. Geerarsa hibboo, sheekoofi oduu duriifaa dabalatee duudhaalee aartii wajjin hidhata qabaniifi daran gabbatoo ta’aniin dhalasaa qaroomsaafi ga’oomsaa tureera. Ummatichi beekumsaafi aartii kana barumsaan yookiin leenjiidhaan argatee osoo... Read more »

Waltajjii araaraa dhiheenya kana Magaalaa Ambootti taasifamerratti abbootiin Gadaa, haadholiin siinqeefi keessummoonni waamichi taasifameef argamanii turan. Abbootiin Gadaafi haadholiin siinqees uffannaafi faayaalee aadaa Oromootiin miidhaganii haala qalbii nama hawatuun ture kan argaman.... Read more »
Akka aadaa Oromootti yeroo araaraa kormi qalamee tiruun nyaatama. Tiruu nyaatanii nuti tiruu tokko jedhanii, foon nyaatanii nuti foon tokko jedhanii, lafee walirratti cabsanii nuti lafee tokko jedhanii araaramu. Kana jechuun Oromoon... Read more »