Bari’uun birraa sabootaafi Sablammoota Itoophiyaa biratti haalota adda addaatiin yaadatama ykn kabajama.Oromoo biratti irra caalaa Irreechi akka bara haaraatti fudhatama ykn kabajama. Fooliin birraa kan urgaa’u Irreecharraa kaaseeti. Kan ijoolleen gammadan, kan... Read more »
Ayyaanota guguddoo Oromoon waggaa waggaadhaan baatii Fulbaanaa keessa kabaju keessaa Masqalliifi Irreechi kanneen eeramaniidha. Ayyaanni Masqalaa ykn Gubaan walakkeessa ji’a Fulbaanaatti kabajama. Masqalli Oromoo biratti mootii ayyaanaa jedhamuun beekama. Ayyaana masqalaa keessattuu... Read more »
Dubbistootaa, maxxansa keenya torbaniitiin mataduree kana jalatti seenaa cimaa isin subbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxnsa kanaanis waanuma isaan walabate isin dubbisiisna. Oromo ykn “Oro-MO” Hora ykn Ilma Kaam jechuudha. Seenaansaa kana ta’e,... Read more »
Maxxansa darberratti waa’ee dhiifamaa ilaalchisee dhiifamni wallaalummaa utuu hinta’in beekumsa; dadhabina utuu hinta’in jabina; dawaa jibba haxaa’ee calaasu; biiftuu jaalalaa kan baasu; nama jibbi xiqqeesse kan guddisu; fuuncaa jibbaa ciree kan walaboomsu;... Read more »
Kutaa 2fa Namni kamuu yaalamuuf haaldureen jalqabaa dhukkubasaa beekuu qaba. Akkuma yeroo darbe kaasnetti namoonni hedduu dhukkuba sukkaaraa kana utuu qaamasaanii keessaa qabanii akka qaban waan hinbeekneef qofa yaala argataa hinjiran. Kanaaf... Read more »
Aanaan Algee Saachii Aanolee Godina Iluu Abbaa Booraa keessaa tokko taatee magaalaa guddoo godinaa, Mattuurraa kaaba lixaatiin kiiloo meetira 54 irratti argamti. Akaakuuwwan midhaanii Aanaa Algee saachiitti irra jireessaan omishaman keessaa xaafii,... Read more »
Ilmoon namaa fedhii hindaageffamne qaba. Osoo nyaachuu, dhuguu, uffachuu, rafuu dammaquufi kanumarra naanna’uu qofaan fedhiinsaa daangaa godhateera. Kana jechuun koo yaada fedhiin ilma namaa daangaa hinqabu kan jedhuufi “Kan dacheen hinbaannee hinjiru”... Read more »
Ummanni Oromoo jiraataa duraa Afrikaa kaabaafi bahaati. Kanas ragaan qorattootaa seenaa adda addaatiin godhame ni mirkaneessa. Ummanni kun waggoota kumaatama dura duudhaaleefi aadaansaa baroota dheeraaf kuufates hanga yeroo dhiyootti osoo ifa hinta’in... Read more »
Namni dhiifama beeku nama dadhabaa miti. Namni akka dogoggoruu danda’uufi dogoggora godheef ammoo dhiifamni akka barbaachisu nama hubatu nama beekaadha. Kanaaf dhiifamni wantoota ilmaan namootaa salphaatti hingoone keessaa tokko. Dhaabbatni meeshaalee salphaatti... Read more »