Irreechi baranaa haala adda ta’een akka kabajamuuf diyaaspooraan biyya alaa jiru hundi gara biyyaatti dhufee qe’ee abbaasaatti ayyaana irreechaa akka kabajuuf Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa affeerraa taasisanii turan. Waamicha biyyaa... Read more »
Dhimmi aadaa dhimma eenyummaasaa waan ta’eef kabajni Oromoon sirna Irreechaaf qabu olaanaa ta’uusaatiin dhiibbaa sirnoota darbaniif osoo hinjilbeeffatiin dhaloota qubee har’aa qaqqabuu Yunivarsitii Arsiitti Barsiisaan Afaan Oromoofi Qorataan Ogbarruu Doktar Fiqaaduu Qana’aa... Read more »
Obbo Taabor Waamii Hayyuu Seenaa Oromoon qabu keessaa isaan tokko yoo ta’an. Godina Shawaa Kibba Lixaa, Aanaa Sabbataa Hawaas, Ganda baadiyyaa Doobbii jedhamutti dhalatanii guddatan. Yunivarsitii Finfinneerraa barnoota Seenaatiin Digrii jalqaba kan... Read more »
Irreechi jijjiirraa bara haaraatiin kan walqabatuufi lakkoofsa guyyaafi baraatiinis hariiroo kallattii ta’e qabuudha. Irreechi ayyaana dhugeeffannaa Waaqa uumaafi uumamtoota maraa, tokkicha maqaa dhibbaa, leemmoo garaa taliilaa, waaqa booruu galaanaa kan bacaqii birraa,... Read more »
Saba Gaamoo biratti qophiin kabaja ayyaana Masqalaatiif taasifamu waggaa tokko fudhata. Haalli kabajasaas boqonnaawwan lama kan qabu yoo ta’u, inni jalqabaa walakkeessa baatii Fulbaanaatti; lammaffaan ammoo ji’uma kana gara xumuraatti kan kabajamu... Read more »
Masqalli mootii ayyaanaati. Akkuma beekamu mootiin hogganaa biyyaafi garee gurmuu hawaasaati. Masqallis ayyaana barii birraa waan ta’eef ykn bara haaraa kanaaf isa dura waan ta’eef mootii ayyaanaa jedhanii yaamu. Kana malees jalqaba... Read more »
Irreechi baranaa karaa aadaafi duudhaa isaa ganamaa eeggateen akka kabajamuuf Oromoonni biyya keessaafi alaa gamtoomaan akka dhaabbataniif Abbootiin Gadaafi Hawwan Siiqqee yaamicha taasisan. Mariin Abbootii Gadaa, Hawwan Siiqqee, Hayyootaafi Jaarsolee biyyaa qindeessummaa... Read more »