Jila jilachuuf yaa’i Booranaa sadeeniifi qaalluun bakka duraan turanirraa ka’anii gara ardaa jilaatti sirriiqu. Gadaafi Laduu qofa osoo hinta’in namni odaa bulee eebba argadhaa jedhuufi bakkawwan adda addaa jiraatu hundi gara ardaa... Read more »
Artisti Tasammaa Galataa bara Afaan Oromoon hojjechuu mitii dubbachuunuu akka yakkaatti fudhatamaa turerraa kaasee waggaa 30 oliif guddina aadaa, aartiifi Afaan Oromoo keessatti ogummaasaatiin shoora guddaa nama taphateedha. Har’a garuu gootni doorsisawwan... Read more »
Finfinnee: Qorannaa fayyaa dursanii taasisuu amaleeffachuun dhukkubboonni daddarboofi daddarboo hintaane miidhaa osoo hingeessisiin ittisuun akka danda’amu dhaabbanni ‘Raddaat Heelzi Keer’ beeksise. Dhaabbatichi torbanuma kana keessa hojjettoota Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf (DhPI) tajaajila qorannoo... Read more »
Irreecha bara 2017 torban har’aafi torban borii Hora Finfinneefi Hora Harsadeetti kabajameerratti diyaaspooraan Oromoo haala adda ta’een hirmaachuunsaanii ni yaadatama. Diyaaspooraan kunneenis waamicha mootummaan Oromiyaa taasiseef fudhachuun kan argaman yoo ta’u, keessummeessa... Read more »
Sirnoota darbaniin aadaan Oromoo akka baduuf itti herregamee hojjetamaa turuunsaa ni yaadatama. Kanaanis aadaafi eenyummaan saba guddicha kanaa haphachaa, badaafi irraanfataamaa dhufee ture. Keessumaa ibsama Oromoofi duudhaa Sirna Gadaa kan ta’e Irreechi... Read more »
Ayyaanni Irreechaa ummata Oromoo biratti ayyaana guddichaafi hawwii olaanaadhaan eegamuudha. Oromoon waqtii Birraafi Arfaasaa Malkaafi Tulluutti ba’ee irreeffata. Amma waqtiin keessa jiru birraa waan ta’eef ilmaan Oromoo kallattiilee addaddarraa dhufuun har’a Hora... Read more »
Irreecha Hora Finfinnee har’a kabajamuufi kan Hora Arsadee bor kabajamuuf keessummoonni kallattiilee garagaraarraa dhufaniiru. Ilmaan Oromoo qofa osoo hintaane saboonniifi sablammoonni kaanillee jilasaanii qabatanii dhufaniiru. Obbo Jaagoo Aganyawu Hogganaa Biiroo Aadaa, Turizimiifi... Read more »