Gaazexeessaafi Barreessaa Tamasgeen Gammadaa jedhama. Akka moggaasa yeroo sanaatti kutaa Biyya Wallaggaa, magaalaa Naqamteetti, abbaasaa, Abbaa Wangeelaa Gammadaa Goobanaafi Harmeesaa Aadde Moositee Guutaarraa bara 1937 dhalate. Obbo Tamasgeen yeroo umriinsaa barumsaaf ga’u,... Read more »
Ragaaleen seenaa akka mul’isanitti Sirni Gadaa Dhaloota Kiristoos dura bara 6480 eegalame. Gadaan sirna ittiin bulmaataa dimokraatawaa Oromitichaa yayyaba shan (Yayyaba Golloo Goboo, Boruu Biloo, Mannee Leeqaa Jaarsoo, Gallee Annoofi Baabboo Galleessa)... Read more »
Tumaawwan Seera Aadaa Abbootii Gadaa, Haadholii Siinqeefi maanguddoota biyyaatiin Fulbaana 12 bara 2016 Godina Shawaa Kaabaatti qophaa’aniifi kan Ittigaafatamtuun Waajjira Aadaafi Turizimii Godinichaa, Meeroon Makonnin nuu ergan akka armaan gadiitti qindeessinee dhiyeessineerra.... Read more »
Aadaa Oromoo keessatti duudhaan nagaa, tasgabbii, tokkummaafi waldanda’uu ilmoo namaa falaasama Oromoon namummaaf/ horoomaaf qabuun walqabata. Namummaan sirna beekumsaa Oromoon Seera Waaqaa ittiin hubatu, hiikkatuufi ittiin jiraatuudha. Seera Uumaa-uumamaa beekanii kabajanii ittiin... Read more »
Itoophiyaan biyya sabaafi sablammiileen 83 ol amantaa, afaan, aadaa, eenyummaa, duudhaafi safuuwwan gara garaa qaban waldandahanii tokkummaafi obbolummaan keessa jiraataan yoo taatu, finxaaleyyii ilaalcha dukkanaadhaan oofamaniif immoo biyya olantummaa saba tokkoo, afaan... Read more »
Dilbata darbe mooraan Golfi Kilab jedhamuufi Finfinnee, naannawa Xoorhayiloochitti argamu daran miidhageera, shaashiqeera. Dhiyee biiftuun lixxus shamarran mimmiidhagoo uffannaafi faayawwan aadaa Oromootiin kuulamaniin bareedee, ifeera. Haalli waltajjichi ittimiidhagfameefi hawwattummaansaa qilleensa qorraa bubbee... Read more »