Keessummaa Bariisaa

Magaalaan Walisoo Finfinneerraa kallattii kibba lixaatti kiilo meetira 114 fagaattee argamti. Magaalaan erga hundeeffamtee waggoota 98 lakkoofsiste tun gama misoomaatiin sadarkaa umriishii giturra hinjirtu. Magaalaan jiddugaleessa biyyaafi Finfinneetti dhiyaattee argamtu tun carraa... Read more »

Beekumsaafi muuxannoo umrii ijoollummaatiin biyya ormaatti horatte guduunfattee hawaasa keessaa dhalatteef gumachuuf gara biyyaatti kan galte, kabajaafi ulfina aadaafi ummatichaaf qabduuf jecha, osoo humna qabduu of tuffattee carraa muudamaa argaterraa qoolliffattee booddee... Read more »

Jijjiirama haala qilleensaan walqabatee gaaga’amni Gaanfi Afrikaa keessummeessaa jiru daran olaanaadha. Hongeen waggoota lama dura godina Booranaa mudate beeyiladoota miliyoonaan lakkaa’aman galaafachuun seenaa keessatti godaannisa hamaa buusee darbeera. Hongeen hamaan kun sanyiiwwan... Read more »

Faanni imaltuu fuula keessummaa keenya torbee kanaa gara giddugala biyyaa sulula qiinxamaa dachee giddugala daldalaa, misoomaafi yeroo gabaabaa keessatti eeggattummaa seeftineetii seenaa gochuun wabii midhaan nyaataan of danda’uurra darbamee gabaa alergiif gahuu... Read more »

Jecha “tola ooltummaan xiqqoo hinqabdu” jedhu baay’een keenya ni beekna. Baay’een keenya garuu tola ooltummaa yommuu jedhamu waan maallaqaafi waa gumaachuutiin walqabatu qofa yaadna ta’a. Ogummaafi carraa qaban fayyadamuun waan gaarii bu’aa... Read more »

Godinni Booranaa godinaalee 21 Oromiyaan qabdu keessaa isa tokko. Godinni kun godinaalee horsiisee bulaa Oromiyaan qabdu keessaas sadarkaa duraarratti eerama. Hawaasni horsiisee bulaa godinichaa daangaa biyyaarratti waan argamuuf rakkoo nageenyaa biyyoota ollaarraa... Read more »

Intala galgalli ishii ganamaan ifeefi hojii namoonni hedduun jireenyasaa guutuutti galmaan ga’uu hindandeenye milkeessitee maatiishee gammachiisuudhaan firaafi lammiif ammoo hamilee taate, mucattii daa’ima waggaa kudhanii taatee biyya handhuurri ishii itti awwaalamerraa godaantee,... Read more »

Oromoon qe’eefi qabeenyasaarratti kabajaafi abbummaasaa mirkaneeffatee sabaafi sablammii waliin waldanda’ee jaalalaan akka jiraatuuf kanamalees akka dimokraasiin lafa qabatuuf fincila diddaa gabrummaa keessatti qabsoo hadhaa’aafi obsa fixachiisaa taasisaa kan turan tokko lama miti.... Read more »

Ayyaanni Cuuphaa Itoophiyaatti waggaa waggaan Amajjii 11 magaalaafi baadiyyaatti haala ho’aadhaan kabajama. Ayyaanni addababa’ii kun keessumaa hordoftoota amantaa Ortodoksii biratti haala addaatiin kabajama. Ayyaana kanarratti taabotni Amajjii 10 waaree booda sa’aatii 8:00... Read more »

Oromoon wareegama kaffalaa dhufee ammas qe’eesaatti wareegama kaffalaa ittifufuu hinbarbaadu. Goleewwan Oromiyaa hundatti qilleensi nagaa bubbisee injifannoo argate tikfachaa boqochuu barbaada. Kanaaf Oromoon waraanni na ga’a jechuun nagaa naaf buusaa jechuun ejjennoofi... Read more »