Dhiibbaa hanqinni nyaataa bilchina sammuu daa’immanii irratti qabu

Guddina sammuufi qaamaa daa’immaniif nyaanni isaan yeroo ijoollummaa argatan baay’ee murteessaadha. Guddinniifi bilchinni seeliwwaniifi kutaawwan qaamaa garagaraa erga dhalatanii boodallee waan dabaluuf daa’imman nyaata madaalamaa argachuun baay’ee barbaachisaadha. Sammuun daa’immanii sababa garagaraan... Read more »

Karoora maatii ykn mala ittisa ulfaa

Haati manaaf Abbaan manaa tokko karoora karoorfatan bira gahuuf ykn yeroo barbaadanitti dhala argachuuf karooora maatii fayyadamu. Mana yaalaatti tajaajilli  karoora  maatii kan kennamu haadha manaa ykn abbaa manaa humnaan dirqisiisuun osoo... Read more »

DHIBEE SUKKAARAA/ DIABETES MELLITUS

Dhibeen sukkaaraa dhukkuboota addunyaa kanarratti namoota baay’ee miidhuun beekamu kessaa isa tokkodha. Kanaanis biyyoota addunyaa irraa harka caalaa kan miidhaman biyyoota guddatan kan akka Chaayinaa, Ameerikaafi Biraazil sadarkaa jalqabaarratti argamu. Tilmaama ‘International... Read more »

Rakkoowwan ulfa waliin walqabatanii dhufan

1.      Ulfa gadameessaan alaa Sadarkaa uumamuu dhala namaa keessatti sanyiin kormaa (Ispaarmii)fi hanqaaquun dhalaa ovaarii irraa gadi dhiifaman ujummoo oovaarii jedhamu keessatti wal arganii fartilaayizeeshiniin(walitti dabalamuun) erga raawwateen booda micireen uumamu keessoo... Read more »

Aannan harma haadhaa fi Aannan sa’aa

Daa’imman dhalatanii hanga baatii ja’aatti harma haadhaa qofa hodhuu (luuguu) qabu. Ji’a ja’arraa eegalee nyaatawwan garaagaraa itti dabalamuufii qaba. Nyaatni madaalawaan isaan barbaachisa. Guddina saffisaafi sammuu nagaa qabaachuufis isaan gargaara. Kanneen akka... Read more »

Ulfaatina qaamaa olka’aafi dhiibbaa inni fayyaa keenyarratti qabu

Ulfaatinni qaamaa baay’ee olka’aafi gadi aanaan qaama keenya rakkoo garaagaraaf nu saaxiluu danda’a. Yeroo amma kana haala fooyya’insa jireenyaafi nyaataa irraan kan ka’e carraan namoonni ulfaatina  qaamaa garmaleef saaxilamuu babal’achaa jira. Namoonni... Read more »

Dhibee mukaa’uu (Depressive disorder)

Akka dhaabbanni Fayyaa addunyaa ibsutti, dhibeen mukaa’uu dhukkuba sammuu baay’ee hammaataa ta’eefi addunyaa keenyarratti namoota miliyoona 264 ol miidhudha. Dhukkubni kun miira namaa miidhuurra darbee hanga dandeettii yaaduu keenyaa jeequufi waantoota jireenya... Read more »

Dhibee ‘COVID 19’fi talaalliisaa

Akkuma beekamu dhibeen Koviid 19 erga gara addunyaa kanaa mil’achuun faffaca’uu eegalee waggaa tokkoo ol ta’eera. Biyya Chaayinaa magaalaa Wuhaan irraa nama tokkorratti erga mul’atee boodas saffisa ajaa’ibaan addunyaa guutummaatti ffaffaca’aa jira.... Read more »

Barmaatilee miidhaa geesisaniifi fayyaa keenya

Akkuma beekamu baay’een hawaaasa keenyaa sababoota ga’aa hintaanerraan kan ka’e yeroo dhukkubsatu mana yaalaa deemuu caalaa mana isaa keessatti ykn hawaasa keessa jiraatu bira deemuun wantoota garagaraa yeroo raawwatu argina. Yaaliin dhukkubaa... Read more »

FAAYIDAA SOCHII QAAMAA/ ISPOORTIIFI FAYYAA KEENYA

Sochii qaamaa gochuun fayyaa dhala namaatiif baay’ee barbaachisaadha. Haalli jireenya dhala namaa yeroo baay’ee sochii qaamaa idilee garagaraa waliin waan walqabatuuf akka ispoortii hojjechuutti ilaalamuu mala. Haa ta’u malee sun qofti ga’aa... Read more »