Tiruun keenya kutaa qaama keenyaa keessaa laphee keenya gara mirgaa jalatti kan argamuufi hammaan hanga kubbaa miillaa kan gahudha. Tiruun keenya kutaawwan qaama keenyaa keessaa akka warshaa qaama keenyaatti kan ilaalamuudha. Nyaatni... Read more »
Onneen keenya kutaa qaama keenyaa keessaa laphee keenya gara bitaatti kan argamuufi kutaawwan qaama keenya garagaraaf dhiiga raabsuu keessatti ga’ee olaanaa taphata. Onneen qaama (orgaanii) dhiiga hidda dhiigaa keessaan qaamota keenya garaagaraatiif ... Read more »
Akkuma beekamu dhalli namaa turtii guyyaa 280 gadameessa haadhaa keessa erga turee booda gara dachee kanaa dhufa. Guyyoonni 280 kunniin dubartootaaf guyyaa aarsaa cimaa itti kaffalaniidha. Dubartooonni ulfaa haalli sirna qaamasaanii namoota... Read more »
Toonsiliin keenya qoonqoo keenya gara bitaaf mirgaatti Kan argamudha.toonsiliin kun morma keenya gama mirgaafi bitaan kan argaman yoo ta’u qaama keenyaaf wantoota dhibee nurraa lolan oomishuu keessatti gahee qabdi.Toonsiliin keenya kunis sababa... Read more »
Kintaarotiin/baasuur sababa dhiitahuu hidda dhiigaa naannoo buubbuufi munneetti argamanirraan kahee kan dhufuudha. Hiddoonni dhiigaa kan onnee keenyarraa dhiiga qulqulluu qaama keeyaaf raabsan akkasumas kan qaama keenyarraa dhiiga qulqulluu hintaane fuudhanii gara onnee... Read more »
Yeroo ammaa addunyaa keenya irraa lubbuu dhala namaa kan duguugaa jiru dhukkubootaafi balaa adda addaa qofaa miti. Akka guutummaa addunyaatti namoonni ofii isaaniin addunyaa kana irraa lubbuu isaanii balleessuudhaan ofgeggeessanis lakkoofsaan hedduudha.... Read more »
Dhukkuboota qoricha waliin walbaran jechuun maal jechuudha? Jarmiileen dur dur osoo qorichoonni farra jarmootaa ‘antibiotics’ jedhaman osoo hinomishamiin dura akkasumaan haala salphaan lubbuu namaa dabarsaa turan. Fakkeenyuma salphaa fudhachuuf dhukkubumti busaafi taayifooyidii... Read more »
Dhalli nmaa erga dhalatee ni guddata, ulfaatinaan, dheerinaan waantota hundaan dabalaa deema. Seelonni qaama namaa keessaa yeroo yerootti du’aa, dhalataa, jijjiiramaafi bakka walbuusaa deemu. Fakkeenyaaf seelonni dhiiga diimaa qaama namaa umuriinsaanii guyyaa... Read more »
Yeroo ammaa kanatti dandiirras deemne, mana keessas teenye, midiyaalee garagaraas yoo dhaggeeffanne, sammuu keenya dabalatee waa’ee koronaa vaayirasii qofa dhageenya, dubbisna, arginas. Kun sodaa addunyaa guutuun, akka biyyaattis ta’e akka nama dhuunfaatti... Read more »
Biyyoota guddataa jiran harka qalleeyyii akka biyya keenyaa kana keessatti hir’inni nyaataa dhibee cimaafi lubbuu hedduu galaafachuun beekamu akka ta’e eenyuyyuu tilmaamuun ulfaataa miti. Namni yoo dhukkubsate nyaachuu dadhabe, ykn yoo haala... Read more »