Tapha Fardaa ilmaan Kuush Itoophiyaa kaabaa biratti

Waa’een ilmaan Kuush gaafa ka’u ga’umsa tapha fardaa, aadaa keessattiifi lolarratti isaan qaban gargar baasanii ilaaluun hindanda’amu yoo jenne dubbii arbeessuu hinta’u. Ilmaan Kuush uumamumaan dachee kan guutan yoo ta’u, keessumaa Itoophiyaa... Read more »

Buraatoo, Tancoo, Siilsoo, Qaasoofi Uttaa: Nyaatawwan aadaa saba Daawuroo

Saboonni, sablammoonniifi ummatoonni biyya keenyaa duudhaaleefi aadaawwan nyaataa, uffannaa, ibsannaa gammachuufi gaddaa gara garaa qabaachuun beekamu. Anis barreeffama kanaan imalan tibbana Naannoo Ummatoota Itoophiyaa Kibba Lixaa, Godina Daawuroo, Magaalaa Tarcaatti taasiseen waa’ee... Read more »

 Aadaa, duudhaaleefi beekumsawwan ganamaa saba Yam keessaa

0Yam godinaalee torbaafi aanaalee addaa sadii Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaa qabu keessaa tokko yoo ta’u, Saajaan ammoo magaalaa guddoo godinichaati. Sabootaafi sablammoota godinichaa keessaa irra jireessi saba Yam yoo ta’u, sabichi... Read more »

Mee isaan haayaadannu!

Namooti na beekan kan raadiyoonii Itoophiyaa Qophii Afaan Oromoo dhaggeeffatan, yeroo nagaa nagaafatan baay’een isaanii, sagaleen “Kun Raadiyoo Itoophiyaa Qophii Afaan Oromooti” jedhu sagaleekoo itti fakkaata. Garuu sagalee keenyatu walfakkaate malee sagalee... Read more »

 Duudhaafi aadaa Ayyaana Cuuphaa keessatti calaqqisan

Itoophiyaatti Ayyaanni Cuuphaa waggaa waggaan Amajjii 11 Finfinnee dabalatee kutaalee biyyattii garagaraatti haala ho’aan kabajama. Ayyaanni kun qabiyyee amantiifi aadaa of keessaa qaba. Yeroo baay’ee aadaafi amantiin walirraa hinfagaatan; walittis hinbu’an. Barreeffamni... Read more »

 Seenaafi seenessa waloo, biyya hirmaannaa walootiin ijaaramteef

Sabni tokko akka afaan, aadaa, aartiifi seenaa mataasaa qabu eenyu birattiyyuu beekamaadha. Afaan mallattoo eenyummaa saba tokkoo yemmuu ta’u, dabalataanis meeshaa riqicha ta’ee beekumsa dhalootaa gara dhalootaatti kan ittiin darbarsuudha. Hawaasni afaansaatiin... Read more »

 “Qilleen ayyaana abaarsi seexanaa dhala namaarra ture itticabeedha” – Luba Kitilaa Balaay Mokonnon

Ayyaanni Qillee bifa amantaanis aadaanis waggaa waggaan kan kabajamu yoo ta’u, guyyaa abaarsi uumamarra ture itti cabee walabummaan ittimirkanaa’e waan ta’eef waaqaaf galata, lafaaf nageenya gooftaan nuu dhalate ergaa jedhu kan of... Read more »

“Afaan Oromoo toora afaanota addunyaa guddataniitiin gahuuf hejjetaa jirra” -Pirofeesar Tashoomaa Sooromsaa

Pirofeesar Tashoomaa Sooromsaa Yunivarsitii Finfinneetti, Barsiisaafi Qorataa Saayinsii Naannawaa yoo ta’an, hayyuun kun guddina Afaan Oromoo keessattis nama gumaacha olaanaa taasisaa turaniifi jiraniidha. Hayyuun kun yeroo ammaa Wallittiqabaa Boordii Waldaa Afaanota Afrikaa... Read more »

 Mee isaan haa yaadannu

Gaazexeessaafi Barreessaa Tamasgeen Gammadaa jedhama. Akka moggaasa yeroo sanaatti kutaa Biyya Wallaggaa, magaalaa Naqamteetti, abbaasaa, Abbaa Wangeelaa Gammadaa Goobanaafi Harmeesaa Aadde Moositee Guutaarraa bara 1937 dhalate. Obbo Tamasgeen yeroo umriinsaa barumsaaf ga’u,... Read more »

Qophii sirna walharkaa fuudhiinsa baallii 75ffaa Gadaa Gujii

Ragaaleen seenaa akka mul’isanitti Sirni Gadaa Dhaloota Kiristoos dura bara 6480 eegalame. Gadaan sirna ittiin bulmaataa dimokraatawaa Oromitichaa yayyaba shan (Yayyaba Golloo Goboo, Boruu Biloo, Mannee Leeqaa Jaarsoo, Gallee Annoofi Baabboo Galleessa)... Read more »