
Oromoon biqiltuuf bakka guddaa qaba. Akka dhalasaatti waan ilaaluuf kunuunsa addaatiin guddisa malee hinmiidhu. Sirna Gadaa keessattillee biqiltuu muruufi biqqisuun aadmale. Sababnisaa maddii jiidhinaafi badhaadhina Oromiyaa biqiltuu waliin kan walqabatu waan ta’eefi.... Read more »
Kutaa 2fa Dubbistoota keenya maxxansa keenya torbaniitiin matadureedhuma kana jalatti waa’ee babal’ina mootota Absiniyaarratti isin dubbisiisuu eegallee turre. Kutaa ittifufu bulfachuun keenya ni yaadatama. Kutaan ittaanus kunooti. Sibsteenis Oromoota isaafi galaniifi qabeenya... Read more »

Oromiyaan bakkeewwan hawata turistii aadaa, uumamaafi namtolcheetiin badhaatuudha. Haroowwan, fincaa’aawwan,holqawwan,paarkiiwwan, bakki argama lafee durii (arkiyooloojii) Malkaa Qunxurree, ardaalee jilaa, Masaraa Abbaa Jifaar, Masaraa Kumsaa Morodaa, Masgiida Dirree Sheek Huseeniifi bakkeewwan hawata tuuristii... Read more »
Babal’inni Mootonni Abisiniyaa lafa Oromoo weeraruuf gochaa turan guguddaan yeroo lamaati qoodama. Inni dura Kufaatii Mootummaa Daamoot kan Mootii Lammiin gaggeeffamaa tureefi Motummaan Agawuufi Sulxaanonni Ifaat gamtaan Mootummaa Oromoo Warjiirratti gaggeeffamaa ture... Read more »

Caffeen lafa bal’aa diriiraa margaafi bishaan ga’aa qabudha. Daran bal’aa waan ta’eefis bakka namoonni hedduu walitti itti qabaman akkasumas, namoonni kallattii maraan loowwan isaanii itti bobbaafatanidha. Caffeen bakkee mijataa Oromoon waltajjii siyaasaa... Read more »

Oromoon Ummata Eebbisuufi Eebba jalatuudha. Kanarraa ka’uunis eebbisaa ykn Mandabaayi, jechuun afaan gii’izin yaamaa turan. Akka odeeffannootti Oromoon beekumsa maatiifi hawasaa kan itti qaru, itti cimsuufi barumsa dabarsu iddoo eebbaafi jilaatti. Kanaafis... Read more »

Gosoota Oromoo Godina Booranaa keessa jiraatan keessaa Oromoon Gabraa isa tokko. Ummanni Gabraa harki caaluu horsiisee bultoota yoo ta’aan kaan immoo ciinan qote bulaa. Qabeenya gaalaas baay’inaan waan qabaniif aannan gaalaa achitti... Read more »

Waggoota muraasa dura Oromummaan walitti qabamuun akka yakkaatti ilaalama ture. Boodasaa ajjeefamuufi hidhamuutu ture. Akkanaan Oromoon gootota meeqa awwallatee, kaan ammoo eessa buuteesaanii wallaalee dhiise. Kana jechuun garuu Oromummaasaa dhoksee harka marate... Read more »

Odaan Hullee Godina Jimmaa Aanaa Oomoo Naaddaa daangaa gandoota Laaloo Beeyyamiifi Collee Beeyyamirratti Aalleerraa kiilomeetira shan, Bulbulirraa kiilomeetira 10 fagaatee argama. Odeeffannoon maddoota adda addaa irraa argame akka ibsutti, Odaan Hullee, Odaa... Read more »

Finfinnee: Sirni mootummoota darbanii qabsaa’ota siyaasaa, artistootaafi hayyoota Oromoo hedduu cunqursaa waan tureef gariinsaanii lubbuusaanii dhabaniiru, gariin ammoo biyyasaanii jaalatan dhiisanii jireenya biyya ormaatiif saaxilaman baay’eedha. Erga siyaasni Itoophiyaa daandii sirrii qabachuu... Read more »