Gaazexeessa, hayyuu afaaniifi artisti Ibraahim waa’ee afaanirratti Bariisaarratti maal jedhe?

Charinnat Hundeessaatiin Seera uumamaa ta’ee dhaloonni ni dhufa ni darbas; dhukkubaan, balaa namuumeefi tasaatiin. Kana keessa garuu tokko tokko otoo seera uumamaa kana cabsee jiraatee nama jechisiisa, hawwisiisas. Namni tokko tokko sammuu... Read more »

Ibraahim Haaji Alii Boruu bara 1947-2013tti

Charinnat Hundeessaatiin Gaazexeessaa, artistiifi qorataan Afaan Oromoo Ibraahim Haaji Alii Dirre Dhawaa, Ganda Qabrii Ijoolleetti abbaasaa Haaji Alii Boruu, harmeesaa Aadde Hajiraa Ahmadirraa bara 1944 dhalate. Ibraahim Hajii Alii umriisaa dargaggummaatti ture... Read more »

Sirna fuudhaafi heerumaa Baale, Goobbatti

Kutaa 2fa Guyyaa Nikayaallee (Qaraxaallee) Sirra Kajeela” jedhanii jaarsonni lameen filaman san gaafatu. Jaarsonnillee ergaasaanii kana gara intalaatti dabarsu.“Hayyee faataan hamilee, hamileen ta ilmaa intalaati,akkana jedhanii maal jettan “ jedhanii wal gaafatu.... Read more »

Sirna Fuudhaafi heeramaa Baale, Goobbatti

Ummanni addunyaa kanarra jiru kamuu sirna fuudhaafi heerumaa mataa isaa ni qaba. Haa ta’uu malee  sirni fuudhaafi heeruma hawaasa tokkoo kan biraarraa garaagarummaa ni qabaata. “Oromoon karaalee safuu hawaasaafi seera Waaqaa eegan,Waaqa... Read more »

Waadaa waliigaltee sabootaafi sablammootaa

Takkaalliny Gabayyootiin Sabootni, sablammootniifi ummattootni Itoophiyaa marti  sanada waliigaltee heera mootummaa RFDI raggaasifachuutiin waliin jiraachuu erga jalqabanii kunoo har’a waggoota 25 lakkoofsiseera. Manni Maree Federeeshiniis waggaa waggaan Sadaasni 29 guyyaa sabootaa, sablammootaafi... Read more »

Sabdaneessummaan walqixxummaarratti hundaa’e hariiroo obbolummaa cimsa

Takkaalliny Gabayyootiin Guyyaan sabootaa, sablammootaafi ummattoota Itoophiyaa 15fan barana qindeessummaa Mana Maree Federeeshinii,  walta’insa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Magaalaa Finfinneetiin Sadaasa 29 bara 2013 magaaluma Finfinneetti kabajama. Sadaasa 24-28 bara 2013tti garuu... Read more »

Sirna kadhannaa saba Qimaanti yeroo

Sabni Qimaanti sanyii ilmaan Kuush keessaa tokko yoo ta’u, Naannoo Amaaraa, Godina Gondar Kaabaa  naannawa Ciilgaa, Qarqar, Matammaafi Quwaaraa keessatti baay’inaan argama. Qimaantonni naannawa lafa lalisaa keessa bal’inaan kan jiraatan yoo ta’u,... Read more »

Addooyyee

Addooyyeen hiriyummaa  shamarran  qarreeti. Qarree, dubara reefu geessu, tan rifeensa guduruu haadhatte; tan hinheerumin  ykn walqunnamtii hineegaliini. Hiriyummaan addooyyee kun ummata Oromoo biratti  aadaa kabaja guddaa qabu yoo ta’u, iddoowwan adda addaatti... Read more »

Siinqee

Siinqeen ulee qal’oo, sorooroo muka harooressaarraa muranii tolfamtuudha. Mukti harooressaa qaqal’aafi sorooroo waan ta’eef filatama; akka laayyoottis hincabu. Siinqeen hojjaa /dheerinna dubartii qabattuu akka gitutti muramti. Akka magaallattee bareedduuf immoo baaxii manaa... Read more »

Waa’ee guddinaafi qulqullina aartii Oromoo

Waa’ee guddinaafi qulqullina aartii Oromoo Aartiin ogummaadha, mim’eessituu taphaati, ichima jaalalaati, si’eessituu, qeeqxuu, jajjuu miidhaginaati. Faarsituu gootaa, qeeqxuu quuqqaafi aarii, qoorsituu madaa onnee habalakaan ergaa dabarsituudha. Gaddaafi gammachuu ibsuu, xiiqii qabsiisuu keessattis... Read more »