Sirna kadhannaa saba Qimaanti yeroo

Sabni Qimaanti sanyii ilmaan Kuush keessaa tokko yoo ta’u, Naannoo Amaaraa, Godina Gondar Kaabaa  naannawa Ciilgaa, Qarqar, Matammaafi Quwaaraa keessatti baay’inaan argama. Qimaantonni naannawa lafa lalisaa keessa bal’inaan kan jiraatan yoo ta’u,... Read more »

Addooyyee

Addooyyeen hiriyummaa  shamarran  qarreeti. Qarree, dubara reefu geessu, tan rifeensa guduruu haadhatte; tan hinheerumin  ykn walqunnamtii hineegaliini. Hiriyummaan addooyyee kun ummata Oromoo biratti  aadaa kabaja guddaa qabu yoo ta’u, iddoowwan adda addaatti... Read more »

Siinqee

Siinqeen ulee qal’oo, sorooroo muka harooressaarraa muranii tolfamtuudha. Mukti harooressaa qaqal’aafi sorooroo waan ta’eef filatama; akka laayyoottis hincabu. Siinqeen hojjaa /dheerinna dubartii qabattuu akka gitutti muramti. Akka magaallattee bareedduuf immoo baaxii manaa... Read more »

Waa’ee guddinaafi qulqullina aartii Oromoo

Waa’ee guddinaafi qulqullina aartii Oromoo Aartiin ogummaadha, mim’eessituu taphaati, ichima jaalalaati, si’eessituu, qeeqxuu, jajjuu miidhaginaati. Faarsituu gootaa, qeeqxuu quuqqaafi aarii, qoorsituu madaa onnee habalakaan ergaa dabarsituudha. Gaddaafi gammachuu ibsuu, xiiqii qabsiisuu keessattis... Read more »

Hambaalee Godambaa Magaalaa Jimmaa

Godambaan Magaalaa Jimmaa bara 1972 Obbo Mangistuu Haaylamaariyamiin eebbifamee erga hojii jalqabee waggoota 40 lakkoofsiseera. Hambaaleen kuma tokkoofi 500 godambicha keessatti ni argamu akka ittigaafatamaan godambichaa jedhanitti. Waajjira Aadaafi Turizimii Magaalaa Jimmaatti... Read more »

Waraana Dubartootaa; Siinqee

Siinqeen ulee qal’oo sorooroo muramee irraa tolfama. Dubartiin Oromoo aadaa adda addaafi sirna garaa garaatiif akka meeshaa guddaatti kan itti fayyadamtu siinqeen, gaafa heerumte irraa eegaltee kan qabattuudha. Siinqeen bocamee kan hojjatamu... Read more »

Hammachiisaa: Sirna moggaasa maqaa Oromoo ganamaa

Waaqni Oromoo Tokko. Falaasamni daandii waaqa ittiin argatan garuu hedduudha. Falaasama kana duuba immoo namatu jira. Nama waaqatu uume. Waaqni kana hundumaa kan godheef dacheefi badhee, ruudaafi hunda bareechuufi.  Kanaaf egaa garaagarummaan... Read more »

Oromoota gara Kaaba Itoophiyaa jiraatan

Kutaa lammaffaa Barreeffama torban darbeetiin mata duree kana jalatti, ka’umsaafi guddina mootummaa Oromoo Walloo (1769-1855) dhiheessinee turre. Kutaa lammaffaa barreeffamichaa immoo akka armaan gadiitti dhiheessina. Motummaa Islaamaa Walloo Dur Oromoon Walloo akkuma... Read more »

Saba Halaabaafi aadaasaa

Godinoota Naannoo Ummattota Kibbaa keessaa tokko kan ta’e godinni Halaabaa Finfinneerraa gara Kibbaatti kiilomeetira 245 irratti argamti. Magaalaa guddoon ishee Qullittoo jedhamti. Magaalattiin kan hundeeffamte bara 1888 akka ta’e ragaaleen ni mul’isu.... Read more »

Oromoota Gara Kaaba Itiyoophiyaa jiraatan

Ka’umsaafi Guddina Mootummaa Oromoo Walloo (1769-1855) Walloon damee Oromoo Baareentummaa ta’ee, gosa Oromoo Karrayyuu keessa isa tokkodha. Jechi Walloo jedhu jechoota lamarraa akka madde dubbatama. Kunneenis, wal jechuun  tokko  yoo ta’u,  tokkummaa... Read more »