
Faasikaan ayyaana Yihudoonni yeroo itti Waaqayyo garbummaa Gibxii jalaa isaan baase jechuunis DhKD bara 1513 yaadachuuf kabajaniidha. Waaqayyo Israaʼelonni ayyaana iddoon guddaan kennamuuf kana waggaa waggaadhaan akka Yihudootaatti jiʼa Abiib jedhamuufi yeroo... Read more »

Aadaan calaqqee haala jiruufi jireenyaa, maalummaafi falaasama jireenyaa saba tokkooti. Kanaaf, sabni aadaa hinqabne waa’ee eenyummaafi dhimmoota biroo ibsuun isa rakkisa. Malli aadaa saba tokkoo itti calaqqisiisan keessaa aartiin isa tokko. Sirboota... Read more »

Babal’inni giddugaloota aadaafi aartii sadarkaa godinaaleefi magaalota garaa garaa keessatti bifa hinbaramneen kan itti ijaaraman, gaaddisni ragaa sobaatiin haqa dabarsee hinkennine manni murtii aadaa kan itti deebi’ee hojiirra ooleefi guutuu Oromiyaatti walgahe,... Read more »

Sabaafi sablammiileen Itoophiyaa marti aadaa, duudhaa, afaaniifi eenyummaa mataasaanii kan qaban yoo ta’u, wallaalummaafi dhiibbaa sirnootaarraa kan ka’e gadi bahee akka hinmul’anne waan taasifameef yeroo dheeraaf galiin barbaadamus qaroominni ummatichaas gadi bahee... Read more »

Yunivarsitiiwwan Itoophiyaa keessa jiran keessaa barnoota Sirna Gadaatiin digrii tokkoffaa hanga sadaffaatti barsiisuu kan jalqabe Yunivarsitii Bulee Horaati. Yunivarsitiin kun bara 2012 Inistiitiyuutii Gadaafi Beekumsa Aadaa (Inistitute of Gada and Indigenous knowledge)... Read more »

Qabeenyota qabatamaafi qabatama hintaane, kan socha’aniifi kan hinsochoone jedhanii qooduun kan jalqabame seera Romaanotaatiin (‘Roman law’) akka ta’eefi adeemsaan seerota hariiroo hawaasaa keessattis madaqfamaa dhufuusaanii ragaaleen ni ibsu. Qoodiinsi akkanaa seera hariiroo... Read more »

Meeshaaleen aadaa hawaasicha keessatti argaman lakkoofsaan hedduudha. Meeshaalee aadaa faffaca’anii jiraachuurraa kan ka’eefi namoota hunda biratti akka barbaadametti yookiin hanga yaadame argachuun rakkisaa ta’us, hawaasni addunyaa kanaa kamuu meeshaalee aadaa gara garaa... Read more »

Dilbata darbee magaalaa Finfinnee naannawaa Beeraawwiitti kan argamu Galmi Tiyaatiraa Biyyaaleessaa namootaan humnaa ol guutee ture. Galmichi balbala isaa duratti hiriira dheeraa akkasii, galma keessattis namoota taa’umsa irraafi keessa jiraniin akkanaan guutamee... Read more »

Oromoon aadaafi duudhaasaa ganamaatti deebi’uu qaba yommuu jedhamu akkasumaan miti. Sababni isaa aadaan inni ganamaa, beekumsi xabboo ummatichi qabu barootaaf mala furmaataa rakkoolee hedduu ta’ee tureera. Inumaayyuu beekumsaafi qaroomina ammayyaaf ka’umsa ta’eera.... Read more »
Daraaroon ayyaana bara haaraa sabni Geede’oo waggaa waggaadhaan kabajatu yoo ta’u, waqtiin itti kabajamus yeroo naannawichatti abaaboon ittidaraaruufi sanyiin ija ittigodhatu waan ta’eef biqilootarraa kaasee kanneen guguddoo hanga bunaafi birbirsatti jiran daraaranii... Read more »