Finifinnee: Afrikaa Kibbaa, magaalaa Darbaanitti dorgommii yaadannoo pirezidaantii duraanii biyyattii, Maandeellaaf qophaa’erratti hirmaachuudhaan Kibxata darbe gara biyyaatti kan deebi’e jila Buunyaa Itoophiyaaf simannaan taasifameera. Dorgommii Ebla 8 hanga 13 bara 2016tti adeemsifame... Read more »
Finfinnee: Dorgommiiwwan atileetiksi torban kana biyyoota adda addaatti adeemsifamanitti atileetonni keenya injifannoo olaanaa gonfataniiru. Dorgommii maaraatonii Ostiriyaa, Magaalaa Veenaatti adeemsifameen Dhiiran atileeti Caalaa Raggaasaa sa’aatii 2:06.35n tokkoffaa ba’un mo’ateera. Fiigicha meetira kuma... Read more »
Miseensonni jila Ispoortii aadaa naannawaa biyya keenyaa mara irraa walitti dhufan turtiisaanii Finfinneen tattaaffii duudhaalee keenya gaarii ijaaruuf taasisaniif nigalateeffanna. Jilichi iddoo oolmaa ispoortiifi giddugala ijaarsa namummaa dargaggootaa hundeessuudhaan dargaggoonni kennaa dandeetti... Read more »
Finfinnee: Fiigichi kiiloo meetira kudhanii Itoophiyaan haa omishtuu yeroo lammaffaaf boru Finfinneetti adeemsifama. Ministir De’eetaan Minsteera Industirii Obbo Taarraqany Bulultaa ibsa Roobii darbe waajjirasaaniitti gaazexeessitootaaf kennaniin akka jedhanitti, dorgommiin atileetiksii kiiloomeetira 10... Read more »
Jimma: Taphiwwan guutuu Oromiyaa magaalaa Jimmaatti Ebla 6 bara 2016 irraa kaasee adeemsifamaa jira. Shaampiyoonaa yeroo 26ffaaf adeemsifamaa jiru kanarratti godinaaleefi bulchiinsonni magaalota naannichaa hirmaachaa jiru. Godinaalee shaampiyoonicharratti hirmaachaa jiran keessaa Godinni... Read more »
Jimma: Waggoota jahaaf sababoota adda addaan citee kan ture taphiwwan guutuu Oromiyaa barana yeroo 26ffaaf magaalaa Jimmaatti Ebla 6 bara 2016 eegalee adeemsifamaa jira. Hogganaan Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa Obbo Maatiyoos Sabbooqaa... Read more »
Finfinnee: Torban kana keessa dorgommiiwwan maaraatooniifi walakkaa maaraatoonii biyyoota adda addaatti adeemsifamanitti atileetonni Itoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifannoo boonsaa galmeessisaniiru. Dorgommiiwwan daandiirratti adeemsisamaniin atileetonni Itoophiyaa hedduun mo’achuudhaan miiniimaa Olompikii Paariis guuttachuuf dorgomuusaanii Ittigaafatamaan... Read more »
Komishinara Garagaaraa Huseen Shiboo Finfinnee: Dorgommiin qaxxaamura biyyaa kan jalqabame ALA Bitootessa 12 bara 1898 Faransaayitti jalqabama. Dorgommii Faransaayiifi Ingilaandi qofa hirmaachise kanaan Faransaayitu mo’ate. Dorgommiin qaxxaamura biyyaa haala kanaan jalqabame suutuma... Read more »
Fifinnee: Pirezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Komiishinara Gargaartuu Daraartuu Tulluu Mootummaa Robii darbe Ambaasaadara Jaappaan harkaa badhaasa Nishaanii Warqii harkaa fudhatan. Komiishinara Gargaartuu Daraartuun kanaan dura gummaacha karaa dipilomaasii ispoortiitiin taasisaniin Mootummaa Jaapaanii... Read more »
Finfinnee: Dorgommiin intarnaashinaalii Buunyaa boru, mataduree, “Ani biyya kiyyaaf, biyyi koos anaaf’’ jedhuun Finfinnee, Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti akka adeemsifamu Ministeerri Aadaafi Ispoortii ibse. Bakka bu’aan ministeerichaa Obbo Mangistuu Saahilee ibsa Kamisa... Read more »