
Finfinnee: Guddina ispoortii kubbaa miilaa Afrikaaf bu’uura cimaa kan kaa’e walmorkiin waancaa kubbaa miilaa biyyoota Afrikaa ALA bara 1957 magaalaa guddoo Sudaan, Kaartumitti jalqabame. Walmorkiichis kan adeemsifame biyyoota yeroo sana miseensoota Konfedereeshinii... Read more »

Sulultaa: Itoophiyaan addunyaarrattis ta’u Afrikaarratti walmorkiiwwan ispoortii hedduudhaan hirmaachaa turuunshee ni beekama. Dorgommiiwwan ispoortii kanneen keessaa hanga ammaatti qabxii olaanaa galmeessisaa kan jirtu atileetiksiidhaan. Aaadaan injifannoo ispoortii atileetiksii biyyattii kaleessa ture gara... Read more »

Finfinnee: Itoophiyaan qoricha humna namaaf kennu to’achuudhaan qabxii boonsaa galmesisaa akka jirtu ibsame. Diina ispoorteesitootaa kan ta’e qoricha humna namaa kennu (doping) kanas manneen barnootaa keessatti akka akaakuu barumsaa tokkotti barsiisuuf yaaliin... Read more »

Itoophiyaatti dorgommiin ispoortii atileetiksii walakkaa jaarraa tokko dura jalqabamuun isaa ni beekama. Dorgommiiwwan adeemsifamaa kan turanis kutaawwan Raayyaa Ittisaa adda addaafi manneen barnootaa gidduutti. Seenaan ispoortii atileetiksii Itoophiyaa akka ibsutti, Itoophiyaan ispoortii... Read more »
Finfinnee: Ispoortiiwwan ammayyaa biyyaa keenyatti jaallattootaafi hordoftoota baay’ee qaban keessaa tokko kan ta’e walmorkiin buunyaa sababa kilaboonni beekamoon diigamaniif laafaa dhufusaa ibsame. Komishinii Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Daarektarri leenjii, hirmaannaafi dorgommii ispoortii... Read more »

Finfinnee: Seenaa kilaboota Afrikaa keessaa umrii dheeraa kan lakkofsise kilabni Misir Zamaaliik kan hundeeffame ALA Amajjii 5 bara 1911ti. Walumaagalatti waggoota 108 lakkofsisusaatu himama. Waggoottan kanneen keessatti shaampiyoonaa kilaboota Misir ta’uudhaan yeroo... Read more »

Finfinnee: Shaampiyoonaan Kubbaa Miilaa Kilaboota Liigii piriimeerii Itoophiyaa akka jalqabamu koreen liigii biyyaaleessaa kan walii gale ALA bara 1997ture. Walmorkiin liigichaas baruma kana kilaboota 12 jidduutti akka jalqabamu murtaa’e. Walmorkiinis akka gaggeeffamu... Read more »

Finfinnee: Waldaan Federeeshinii Atileetiksii Addunyaa dorgommiiwwan atileetiksii waggaa waggaan qopheessu keessaa tokko dorgommii Daayimandi liigii jedhamuun kan beekamuudha. Dorgommiin kun akka shaampiyoonaawwan atileetiksii addunyaa magaala tokko qofatti osoo hintaane magaalota 14 irratti... Read more »

Finfinnee: Torban torbaniin kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa 16 jidduutti kan adeemsifamu shaampiyoonaan kubbaa miilaa kan marsaa duraa torban 25 Sanbataafi Dilbata dabalatee magaalota naannolee adda addaatti gaggeeffameera. Shaampiyoonichi xumuramuuf taphiwwan muraasa wayita... Read more »
Finfinnee: Qopheessummaa Federeeshinii Buunyaa Komishinii Ispoortii Bulchinsa Magaalaa Finfinneetiin shaampiyoonaan buunyaa ‘’Sanyummaan hadhaabatu’’ jedhu kaleessarraa kaasee Istaadiyoomii Xiqqoo Finfinneetti adeemsifamaa jira Rakkoon sanyummaan walqabatee yeroo dhihoo as biyyattii keessatti mul’ataa jiru akka... Read more »