Ispoortii atileetiksii yaaddoo keessa jiru

Finfinnee: Taphawwan olompikii, shaampiyoonaa ati­leetiksii addunyaafi dorgommii qaxxaamura biyyooleessaaf miidhagina olaanaa kan kennu fiigichi fageenyaa dorgommii keessaa akka haqamu ta’usaatti atileetiksiin yaaddoo keessa galeera. Afrikaannoonni, kees­sumattuu Itoophiyaa, Keeni­yaa, Morookoo, Ugaandaa, Taanzaaniyaa, Afrikaa... Read more »

Shaampiyoonaan liigichaa ittifufeera

Finfinnee: Xiinxala tapha marsaa duraatiif addaan citee kan ture shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa marsaa lammaffaan torban 16fa Sanbataafi Dilbata darbes magaalota naannolee adda addaatti itti fufee oleera. Walmorkiiwwan adeemsifamanitti... Read more »

Gareen olompikii biyyaalessaa tapha gulaalaa adeemsifate

Finfinnee: Olompikiin 32fa ALA bara 2020 magaalaa guddoo Jaappaan, Tokiyootti adeemsifama. Tapha olompikii kanaaf biyyoonni miseensa koree olompikii biyyooleessaa 215 ta’an akaakuuwwan ispoortii adda addaan hirmaachuuf qophii taasisaa jiru. Itoophiyaanis kanaan dura... Read more »

Itoophiyaan dorgommii qaxxaamura biyyaa addunyaatiif qophaa’aa jirti

-Atileetonni Itoophiyaa murtii ‘IAAF’ morman Finfinnee: Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Atileetiksii Addunyaa waggaa waggaadhaan biyyoota miseensota Waldaa Atileetiksii Biyyoolessaa (‘IAAF’) ta’an gidduutti kan adeemsifamuudha. Dorgommiin kun edda jalqabamee waggoota 49 ta’us Itoophiyaan waggoota... Read more »

Shaampiyoonaan liigii pirimeerii bor itti fufa

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa duraa erga xumuramee torban sadii ta’eera. Shaampiyoonichi addaan citusaatti kilaboonni liigichaa dafee akka itti fufu gaafachaa turanis Koreen Liigii Federeeshinii Kubbaa Miilaa... Read more »

Gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa tapha michumaatti mo’e

Finfinnee: Taphni Olompikii 32fa Jaappaan Tokiyootti, adeemsifamu waggoota lamatu isa hafa. Waggoottan kanneen keessatti biyyoonni miseensoota Koree Olompikii Biyyooleessaa akaakuwwan ispoortii adda addaan hirmaachuuf qophaa’aa jiru. Itoophiyaanis taphicharratti hirmaachuuf qophiilee adda addaa... Read more »

Akkaadaamiin Leenjii Kubbaa Miilaa Amboo xiyyeeffannaa barbaada

Amboo: Dhaloota haaraa kunuunsa taasifamuufi qabu keessaa inni tokkoo qaama cimaafi sammu ifaa akka horatuutti gaaddisa ispoortii jalatti walitti qabuun leenjiisuun barbaachisaadha. Sochii misoomaa damee ispoortii kanaa fiixan baasuuf qaamnni tokko jiraachuu... Read more »

Kilaba Jimmaa Abbaa Jifaariifi murtee federeeshinichaa ariifate

Finfinnee: Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa kilabni Jimmaa Abbaa Jifaar Guraandhala 29 bara 2011 irraa kaasee dorgommii  federeeshinichi qopheessu kamirrattuu hirmaachuu akka hindandeenye tibbana ibseera. Kunis kilabichi taphataa Abdulfattaa Kamaal jedhamuuf mindaa ji’oota... Read more »

Dorgommii ispoortii aadaa qabbanaa’aa daawwatootaan miidhage

Amboo: Shaampiyoonaan ispoortii aadaa 16ffaafi dorgommiin feestivaalii 12ffaa Itoophiyaa magaalaa Ambootti adeemsifamaa jira. Shaampiyoonichi akaakuwwan ispoortii aadaa garagaraatiin direewwan oolmaa ispoortii magaalaa Amboofi galmoota adda addaa keessatti adeemsifamaa jira. Shaampiyoonaa kanarratti Bulchinsa... Read more »

Atileet Salamoon Tufaa walmorkii Warld Teekuwandoo mo’ate

Finfinnee: Ispoortiiwwan gosoota Maarshaal Artii keessaa tokkoo kan ta’e Warlidi Teekuwaandoon jalqabame Eshiyaatti jedhama. Haata’u malee suuta, suuta gara biyyoota Awurooppaa, Ameerikaafi Ameerikaa Kibbaatti babal’achaa dhufeera. Ispoortichi yeroo ammaa akkuuma ispoortiiwwan biroo... Read more »