Rakkoon kubbaa miilaa Itoophiyaa maali?

Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa erga hundeeffamee waggoota 75 lakkofsiseera. Waggoottan kanneen keessatti miseensa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa, Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaafi Federeeshinii Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa Bahaafi Giddugaleessaa ta’uudhaan shaampiyoonaawwan biyyooleessaarratti hirmaachaa... Read more »

Har’as akkuma kaleessaa injifannoo boonsaa

Addunyaarratti akaakuuwwan Ispoortii jaalatamaafi hordoftoota baay’ee qaban keessaa tokko ispoortii atileetiksiiti. Itoophiyaans sadarkaa biyyoolessaattis ta’u Afrikaatti maqaa olaanaa kan qabdu ispoortiidhuma kanaani. Sababnisaas atileetonni ishee dirreewwan Olompikii, shaampiyoonaa atileetiksi addunyaas ta’u kan... Read more »

Qabxii kilaboota shaampiyoonaa liigii piriimeerii Itoophiyaa

Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa duraa torban kurnaffaa sanbataafi Dilbata darbees magaalota naannolee adda addaatti itti fufee yoo oolu, sadarkaan kilabootaa geeddarameera. Walmorkiiwwan adeemsifamanitti Qiddus Giyoorgis Raayyaa Ittisaa... Read more »

Atileetonni keenya Vaaleenshiyaatti olaantummaa gonfatan

Waggaa waggaadhaan Ispeen, Vaaleenshinyaatti kan adeemsifamu dorgommiin qaxxaamura biyyaa kiiloo meetira 10n baranas Dilbata darbe haala miidhagaadhaan gaggeeffameera. Dorgommii kanarratti namoonni kuma 13 hirmaataniiru. Isaan keessaa kumni 10n sarara dorgommichaa irra ce’aniiru.... Read more »

Guddina ispoortiif hirmaannaa hawaasaa cimsuu gaafata

Ispoortiin ammayyaa biyya keenya kan seene yoomiifi eenyuun akka ta’e beekamuu baatus walakkaa jaarraa tokkoo ol lakkoofsiseera. Yeroo duraatiif kan jalqabames manneen barnootaafi dhaabbilee raayyaa ttisaa addaddaa keessatti ta’uu seenaan ni addeessa.... Read more »

Misiriifi Waancaa Kubbaa Miilaa Afrikaa

Guddina ispoortii kubbaa miilaa Afrikaaf bu’uura kan ta’e Koreen Kubbaa Miilaa Afrikaa, kan wayita ammaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa jedhamuun beekamu kan hundeeffame Amajjii 8 ALA bara 1957 magaalaa guddittii Sudaan Kaartumitti.... Read more »

Dirreewwan kubbaa miilaa tasgabaa’aa jiru

Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa duraa torban sagalaffaa magaaloota naannoolee addaddaatti Sanbataafi Dilbata darbe naamusa gaariidhaan jalqabamee xumurameera. Bara 2010 irraa kaasee nageenyi dirree kubbaa miilaa boora’aa waan... Read more »

Dorgommiin imala tarkaanfii adeemsifamuufi

Dorgommiin imala tarkaanfii kiiloo meetira shanii qopheessummaa Komishinii Ispoortii Federaalaatiin Amajjii 5 bara 2011 guutummaa biyyaatti akka adeemsifamu ibsame. Komishinarri ittaanaan Komishinii Ispoortii Federaalaa Obbo Geetaachoo Baalchaa ibsa kaleessa waajjirasaanitti gaazexeessitootaaf kennaniin... Read more »

Haadholee nageenyaa dirree ispoortii imimmaaniin tasgabbeessan

Ispoortiin fayyaaf, jaalalaaf, tokkummaafi guddinaaf faayidaa olaanaa qaba. Akkasumas ispoortiin waltajjii aadaa keenya boonsaa itti waljijjiirruufi walitti dhufeenya ummatoota biyya keenyaas ta’e biyyoota addunyaa cimsuuf shoora guddaa kan qabuudha. Itoophiyaan dirreewwan ispoortii... Read more »

Ispoortii Aadaa: Waltajjii dargaggoonni aadaasaanii itti calaqqisiisan

Ispoortiin ammayyaa biyya keenya utuu hinseeniin dura ispoortiin aadaa bal’inaan adeemsifamaa akka ture seenaansaa ni ibsa. Sabootaafi sablammoota jidduutti walitti dhufeenyi obbolummaafi jaalalaa akka uumamus ga’ee olaanaa kanneen taphatan keessaa tokko ispoortii... Read more »