Guddina ispoortii biyya keenyaatiif ga’een akkaadaamiiwwanii olaanaadha

Arbaa Minci: Ispoorteessitoota cicimmoo horachuufi ispoortii bu’uura hawaasummaa qabsiisuuf qooda fudhattoonni ga’ee irraa eegamu bahachuu qabu jedhame. Mataduree, “Guddina ispoortii biyya keenyaatiif ga’ee Akkaadaamiin ispoortii Itoophiyaa” jedhuun marii Arbaa Mincitti adeemsifame haasaan... Read more »

 Dorgommiin madaallii guddattootaa olaantummaa Oromiyaatiin goolabame

Naannoo Itoophiyaa Kibbaatti, Magaalaan Wallaayittaa Sooddoo sababii tapha guutuu guddaattoota Itoophiyaaf leenjistootaafi dursitoota gareetiin, komishinaroota ispoortiifi kennitoota murteetiin akkasumas qaamolee dhimmichi ilaallatuufi ispoorteessitoota kuma lamaafi 207 hirmaachaa turan guyyoota sagaliif keessummeessitee Roobii... Read more »

 Ityoo-Elektirik Dorgommii Qaxxaamura Biyyooleessaa Jaan Meedaatti shaampiyoona ta’e

Dorgommiin Qaxxaamura Biyyooleessaa Jaan Meedaa erga jalqabee waggaa 41 lakkoofsiseera. Dorgommiin kun bara 1976 kan jalqabe yoo ta’u, utuu addaan hincitin waggaa waggaan adeemsifamaa jira. Wayita dorgimmichi jalqabe Itoophiyaa dabalatee biyyoonni ja’a,... Read more »

 Dorgommii madaallii pirojektii leenjii guddattootaa guutuu Itoophiyaa Walaayittaa Sooddootti

Oromiyaan atileetiksiidhaan meedaaliyaa 34n dursaa jira Walaayittaa Sooddoo: Qopheessummaa Ministeera Aadaafi Ispoortii RFDIn, keessummeessummaa Naannoo Itoophiyaa Kibbaa, Godina Walaayittaatiin Magaalaa Walaayittaa Soodootti dorgommiin madaallii pirojektii leenjii guddattoota guutuu Itoophiyaa adeemsifamaa jira. Sirna... Read more »

 Dorgommiin madaallii guddattootaa Sooddootti adeemsifama

Shaampiyoonaan tapha guutuu madaallii guddattoota Itoophiyaa bara 2004 magaalaa Finfinneetti jalqabamuunsaa ni yaadatama. Shaampiyoonichi hanga marsaa 7ffaatti naannooleetti adeemsifamaa ture sababii adda addaatiin waggoota jahaaf addaan citee tureera. Haata’u malee, mootummaan xiyyeeffannaa... Read more »

 Dorgommiin Qaxxaamura Biyyoolessaa Jaanmeedaa boru adeemsifama

Finfinnee: Dorgommiin Qaxxaamura Biyyooleessaa Jaanmeedaa waggaa waggaan atileetoota beekamoo biyya keessaafi ollaa, Keeniyaafi Sudaan jidduutti adeemsifamu ALA bara 1975 irraa kaasee adeemsifamaa tureera. Dorgommiin kun baranas yeroo 42ffaaf boru Jaanmeedaatti adeemsifama. Federeeshiniin... Read more »

 Naa’oomii Girmaa kilaba Cheelsiitti makamuuf waliigalte

Finfinnee: Dhalootaan Itoophiyaa, lammummaadhaan Ameerikaa kan taateefi garee biyyaalessaa kubbaa miilaa dubartoota Ameerikaaf kutaa ittisaatti kan taphattu Naa’oomii Girmaa kilaba Ingiliz, Cheelsiitti makamuuf waliigalte. Seenaa kubbaa miilaa dubartoota Addunyaa keessatti kubbaa miilaatiin... Read more »

 Shaampiyooniin ispoortii aadaa Oromiyaa boru eegalama

Finfinnee: Dorgommiin shaampiyoonaa Ispoortii aadaa Bulchiinsota magaalotaafi godinaalee Oromiyaa jidduutti adeemsifamu kan baranaa borurraa kaasee magaalaa Shaashamanneetti adeemsifama. Waggaa waggaadhaan Qopheessummaa Biiroo Dargaggootaafi Ispoortii Oromiyaatiin kan adeemsifamu Shaampiyoonaan ispoortii aadaa marsaa 30ffaafi... Read more »

 Dorgommiin madaallichaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatiin xumurame

Biiroon Dargaggoofi Ispoorii Oromiyaa bara 2008 irraa kaasee dorgommii ispoortii guddattootaa adeemsisaa kan jiru yoo ta’u, baranas Amajjii 4 hanga12 bara 2017tti Magaalaa Baatuutti dorgommii madaallii sagantaa leenjii pirojektii gudattootaa adeemsisuun haala... Read more »

Dorgommii ispoortii guddattootaa 9ffaa Oromiyaa, Baatuutti

Oromiyaatti waggoota sagalii as shaampiyoonaan madaallii pirojektii waggaa waggaadhaan dargaggoota guddattoota umriiwwan 17, 15fi 13 gadii jidduutti magaalotaafi godinaalee adda addaatti gaggeessaa jira. Baranas marsaa 9ffaaf Magaalaa Baatuutti Amajjii 4-14 bara 2017... Read more »