Kilaboonni naannoolee sadii waancaaf walqixa tarkaanfachaa jiru

Finfinnee: Shaampiyoonaan Kubbaa Miilaa Kilaboota Liigii piriimeerii Itoophiyaa akka jalqabamu koreen liigii biyyaaleessaa kan walii gale ALA bara 1997ture. Walmorkiin liigichaas baruma kana kilaboota 12 jidduutti akka jalqabamu murtaa’e. Walmorkiinis akka gaggeeffamu... Read more »

Dorgommii Daayimandi Liigii dolaara miiliyoona hammaarrachiisu

Finfinnee: Waldaan Federeeshinii Atileetiksii Addunyaa dorgommiiwwan atileetiksii waggaa waggaan qopheessu keessaa tokko dorgommii Daayimandi liigii jedhamuun kan beekamuudha. Dorgommiin kun akka shaampiyoonaawwan atileetiksii addunyaa magaala tokko qofatti osoo hintaane magaalota 14 irratti... Read more »

Sadarkaan kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa geeddarame

Finfinnee: Torban torbaniin kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa 16 jidduutti kan adeemsifamu shaampiyoonaan kubbaa miilaa kan marsaa duraa torban 25 Sanbataafi Dilbata dabalatee magaalota naannolee adda addaatti gaggeeffameera. Shaampiyoonichi xumuramuuf taphiwwan muraasa wayita... Read more »

Walmorkiin ‘Sanyummaan haadhaabatu’ kaleessa jalqabame

Finfinnee: Qopheessummaa Federeeshinii Buunyaa Komishinii Ispoortii Bulchinsa Magaalaa Finfinneetiin shaampiyoonaan buunyaa ‘’Sanyummaan hadhaabatu’’  jedhu kaleessarraa kaasee Istaadiyoomii Xiqqoo Finfinneetti adeemsifamaa jira Rakkoon sanyummaan walqabatee yeroo dhihoo as biyyattii keessatti mul’ataa jiru akka... Read more »

Manneen barnootaa burqaa ispoorteessitootaa ta’aanii akka itti fufan hojjetamaa jira

Adaamaa: Dhalli namaa wal’aansoo  jiruufi jireenya guyyuusaa mo’achuuf taasisuun fayyuummaafi cimina qaamasaa osoo beekuus ta’e hinbeekiin eeggachaa kan ture ta’uu seenaan jalqabbii ispoortii ni ibsa. Sochiin ispoortii jaarrawwan hedduun dura akka feeteen... Read more »

Oromiyaafi Raayyaan Ittisaa baranas Shaampiyoonaa ta’an

Finfinnee: Shaampiyoonaan Atileetiksii Itoophiyaa, kaayyoo atileetoota beekamoo Itoophiyaa bakka bu’uun dorgommiiwwan biyyaaleessaarratti hirmaatan horachuuf jedhuun walakkaa jaarraa oliif adeemsifamaa tureera. Atileetonni shaampiyoonaa kanarraa argamanis dirreewwan olompikii, shaampiyoonaa atileetiksii addunyaa, dorgommii qaxxaamura biyyaafi... Read more »

Shaampiyoonaan kilaboota liigii piriimeerii hawwataa ta’aa jira

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa lammaffaa torban 24ffaa Sanbataafi Dilbata darbees magaaloota naannoolee adda addaatti itti fufee oleera. Walmorkiichis kilaboota bulchinsa magaalaa Finfinneefi Dirree Dawaa dabalatee kanneen... Read more »

Guddina ispoortii biyyaa keessatti qooda miidyaalee

Adaamaa: Dhaadannoo, ‘Ispoortiin fayyummaaf’ jedhamaniifi kkf yeroo mara dhageenya. Dhugummaa dhaadannoo  kanaa mirkaneeffachuuf ammoo bakka sochiin ispoortii itti adeemsifamutti goruu gaafata. Bakka sochiin  ispoortii itti hin beekamnetti baalawwan sammuu hadoochaniifi haala dargaggoota... Read more »

Maqalee 70 Indartaan waancaaf abdii yoo qabaatu Dadabit sigigaachuuf

Finfinnee:Walmorkiin kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa lammaffaa torban 23fa Dilbata darbe magaalota adda addaatti itti fufee yoo oolu, barana shaampiyoonichatti kan makame kilabni Maqalee 70 Indartaa waancaa liigichaa fudhachuuf... Read more »

Shaampiyoonaan atileetiksii Itoophiyaa adeemsifamaa jira

Finfinnee: Qopheessummaa Federeeshina Atileetiksii Itoophiyaatiin waggaa waggaan kan adeemsifamu shaampiyoonaan atileetiksii Itoophiyaa kan baranaa Kibxata darberraa eegalee Istaadiyoomi Finfinneetti adeemsifamaa jira. ALI bara 1963 irraa kaasee osoo addaan hincitiin hanga har’aatti adeemsifamaa... Read more »