Waancaan kubbaa miilaa Afrikaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (‘CAF’)n erga adeemsifamuu jalqamee waggoota 67 lakkoofsiseera. Waggoota kanneenitti yeroo 34f adeemsifameera. Waggoota 53 booddee waancaa 37ffaa ALA bara 2029 qopheessuuf yaa’ii 46ffaa ‘CAF’... Read more »
Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa ‘CAF’ Amajjii 18 bara 1957 magaalaa guddoo Sudaan Kaartumitti hundeeffame. Miseensoonnisaa yeroosiis Sudaan, Itoophiyaa, Misiriifi Afrikaa Kibbaa turan. Haata’u malee Afrikaan Kibbaa sababa sirna appaartaayidii gaggeessitufi taphattoota adii... Read more »
Itoophiyaan biyyoota kubbaa miilaa Ardii Afrikaatti hundeessan keessaa takka taatus waggootan darban keessa guddina gama kanaan isheerraa eggamu galmeessuu hin dandeenye jechuudhaan pirezidaantiin federeeshinii kubbaa miilaa Itoophiyaa mul’isan. Guddina kubbaa miilaa Itoophiyaa... Read more »
Ispoortiin kubbaa miilaa qaama bashannanaa hawaasni addunyaa marti ittiin waliigalu erga ta’ee oolee buleera. Jaalattoota ispoortii hedduu of duuba hiriirsuudhaanis kan ispoortii kubbaa miilaatiin gitu hanga yoonaatti hinmul’anne. Ispoortiin kun Ingilizitti eegalame... Read more »
Bishooftuu: Ayyaanicha sababeeffachuun Kutaa Magaalaa Calalaqaatti hoggantoonni Magaalaa Bishooftuu Hoggantoota Yuunivarsitii Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin kubbaa miilaa michoomaa taphatan. Dirree Yuunivarsitii Raayyaa Ittisa Biyyaatti Jala Bultii Ayyaana Irreechaa sababeeffachuudhaan Hoggantoonni Magaalaa Bishooftuufi... Read more »
Finfinnee: Ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee sababeeffachuun sochiin ispoortii hawaasaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame. Saganticharattis ergaawwwan adda addaa darbaniiru. Ayyaanni Irreechaa mul’ata tokkummaan hawaasni hundi, dargaggeessi, maanguddoon, daa’imman ykn ga’eessi, amantiis ta’e siyaasaan osoo... Read more »
Muktaar Idiris gara mo’annaatti deebi’e Finfinnee: Mootii ispoortii atileetiksii jedhamuudhaan kan beekamu dorgommiin maaraatoonii waggaa waggaadhaan magaalota guguddoota Ameerikaa, Awuroppaafi Isiyaatti adeemsifamu erga jalqabee bubbuleera. Magaalota dorgommii kana waggaa waggaadhaan keessummeessan keessaa... Read more »
Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti ispoortii kubbaa miilaa ummata Oromoo madaalu ijaaruuf xiyyeeffannaan hojjetamuu akka qabu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Oromiyaa beeksise. Ittigaafatamaan Waajjira Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaa Obbo Firoomsaa Laggasaa gaafdeebii Roobii darbe Gaazexaa... Read more »
Finfinnee: Oromiyaatti sagantaa leenjii ispoortii yeroo gannaafi bonaa cimsuuf guddattoonniifi barattoonni leenjiin ispoortii adda addaa akka argatan taasifamuusaa Biiroon Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa ibse. Biirichatti Daarektarri Leenjii Dorgommii Barnoota Ispoortii Dargaggootaa Obbo Habtaamuu... Read more »
Ispoortiin walitti dhufeenyaafi nageenyaaf meeshaa olaanaa ta’uun mootummaan naannoo Oromiyaa Qaammee 4 bara 2016 hoggantootaafi hojjettoota biirolee jidduutti Guyyaa Daneessummaa mataduree, “Daneessummaan keenya tokkummaafi nageenya waaraaf!” jedhuun sosochii ispoortii qaamaan kabajameera. Sadarkaa... Read more »