
Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota diviziyoona tokkoffaa magaalaa Finfinnee waggaa waggaadhaan dirreewwan kubbaa miilaa adda addaatti adeemsifama. Shaampiyoonaan kun baranas akkuma kanaan duraa dargaggoota magaalaa Finfinnee naannawaa adda addaatti gurmaa’an jidduutti adeemsifamaa... Read more »

Addunyaarratti akaakuuwwan ispoortii heddutu adeemsifama. Ispoortiiwwan adeemsifaman martuu hordoftoota qabu. Ispoortiiwwan beekamaniifi daawwattoota baay’ee qaban keessaa tokko ispoortii atileetiksiidha. Atileetiksiin akaakuu ispoortii dadhabsiisaafi meedaaliyaawwan baay’ee argamsiisudha. Itoophiyaan dirreewwan olompikii shaampiyoonaa atileetiksii Addunyaa,... Read more »

Dargaggoota Afrikaa dirree tokkorratti walitti kan fidu Shaampiyoonaan Atileetiksii Dargaggoota Afrikaa umrii 18fi 20 gadii waggaa lamatti al tokko biyyoota miseensota Konfedereeshinii Atileetiksii Afrikaatti adeemsifamaa tureera. Shaampiyoonaa akkaakuuwwan ispoortii adda addaan dorgomtoonni... Read more »

Fiigichi Guddichi (‘The Great Run’) magaalota Ameerikaatti jalqabamus biyyoota Awuroppaa, Eeshiyaafi Ameerikaa Kibbaatti adeemsifamuu erga jalqabee oolee buleera. Fiigichi kun waggoota muraasaa as ammoo Afrikaattis jalqabameera. Fiigichi kun biyyoota Awuroppaa keessumaa Ingilaandi,... Read more »

Finfinnee: Dorgommiiwwan Waldaa Federeeshinii Atileetiksii Addunyaa “IAAF”n yeroo yeroon adeemsifaman keessaa tokko kan ta’e Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaati. Shaampiyoonaan kun kan adeemsifamu waggaa lamatti al tokko biyyoota adda addaatti. Haaluma kanaan baranas yeroo... Read more »

Waltajjiin marii Dhaabbanni Pireesii Itoophiyaa “Waa’ee Itoophiyaa” jedhuun magaalota adda addaatti dhimmoota gara garaarratti xiyyeeffachuun geggeessu torbee har’aa, Waxabajjii 28 bara 2017 mataduree, “Ispoortii biyya injifattuuf” jedhuun Naannoo Amaaraa, Magaalaa Baahir Daar,... Read more »

Irreessaa Abbabaa Biqilaa nama guutuu addunyaarratti beekamaafi jaalatamaa ta’edha. Haata’utii Abbabaa Biqilaa maal hojjeteetu guutuu addunyaarratti beekame? Mee waanuma muraasa isin haa dubbisiisnu. Irreessaa Abbabaa Biqilaa tapha olompikiirratti jalqabaaf kan hirmaate olompikii... Read more »

Jimma: Taphni Itoophiyaa Guutuu akaakuuwwan ispoortii adda addaa mootummaa federaalaa, naannoleefi bulchiinsota magaalaatiin xiyyeeffannaa olaanaa argateedha. Dirree ispoortii kanarratti dargaggoonni, hirmaattonni, leenjistoonni, ittigaafatamtoonni waajjiraalee dhimma dargaggootaafi ispoortii naannoleefi godinaalee, bulchiinsonni magaalaa baranas... Read more »

Finfinnee: Waggaa lamatti altokko biyyoota adda addaatti kan qophaa’u Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 20ffaan ALA Fulbaana 13-21 bara 2025 magaalota Jaappaan, Tokiyoofi Osaakaatti adeemsifama. Shaampiyoonicharratti atileetonni kuma lama biyyoota miseensota Waldaa Atileetiksii Addunyaarraa... Read more »

Finfinnee: Bulchiinsa Magaalaa Finfinneefi Dirree Dhawaa dabalatee kilaboonni kubbaa miilaa naannolee marsaawwan lamaan irratti hirmaachaa turan shaampiyoonaan liigii piriimeerii Itoophiyaa bara 2017 xumuramuf taphawwan muraasatu hafa. Walmorkiin kun osoo hinxumuramiin Inshuraansiin Itoophiyaa... Read more »