Musliimotni Itoophiyaa keessa turan, gara Musliimota Itoophiyaatti seeraan guddatanii mootummaas galateeffatan

Akkuma yeroo wanni mormamuu qabu mormamaa turetti waan galateeffamuu qaburratti galateeffachuun abshaalummaafi haqummaadha. Kan duraan Musliimota Itoophiyaa keessa jiraatu jedhamaa turetu Musliimoota Itoophiyaa akka ta’u labsiidhaan mirkanaa’ee hawaasicha gammachiise. Baankiin dhalarraa bilisaa... Read more »

Garaa jibbaa soogiddi hinmi’eessu; kan bara dhibbaa sossobni hinsirreessu

Kan walqixxummaatti hinamanne gatiittii sabaafi sablammii miti, lafti Itoophiyaayyuu ishee hinbatu, “Garaa jibbaa soogiddi hinmi’eessuu; kan bara dhibbaa sossobni hinsirreessu” kan jedhe weellisaan kanumaaf fakkaata. Itoophiyaan biyya sabaafi sablammiileen 83 ol keessa... Read more »

Raawwii karoora xiiqii Biiroo Qonnaa Oromiyaa kan bara 2015/16

– Omishni ga’e dafee akka sassaabamuuf hojjetamaa jira Bara bajataa kana mootummaan naannoo Oromiyaa karoora xiiqii jedhee qabachuun hojiitti seenuunsaa ni beekama. Kanaanis yeroon boqonnaa raawwii jalqabaa xumuramee kurmaanni lammaffaan walakkeeffameera. Seektaroota... Read more »

 Haasaa Ministira Muummee paarlaamaa keessaa dhimmoota guguddoo

Ministirri Muummee Itoophiyaa Kibxata darbe gaaffii miseensonni Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa haasaa Pirezidaanti Saahilawarqi Zawudee yaa’ii baniinsa manneen marii lamaanirratti taasisanirratti hundaa’uun dhiyeessaniifi deebiifi yaada bal’aa kan kennan yoo ta’u, nutis... Read more »

 Carraawwan teknolojii Itoophiyaaf

Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahmad (PhD) tibbana miseensota Paartii Badhaadhinaatiif mataduree, “Idaarraa gara miindaa” jedhuun dhimmoota garagaraarratti leenjii kennanii turan. Barreeffama kanaanis yaada isaan carraawwan teknolojiin Itoophiyaadhaaf qaburratti kennan akka ittaanutti qindeessinee... Read more »

 Karoora xiiqii carraa Oromiyaan qabdurraa madde

Sadarkaa biyyaattis ta’e nama dhuunfaatti karoora qabaachuun barbaachisaadha. Kanaafi, milkaa’ina mul’ata biyyaa, kan dhaabbataafi kan nama dhuunfaa keessatti gahee karoorri qabu ibsuuf, “Namni Karoora hinqabne akka bishaan gabatee keessaati; garuma oofanitti deema”... Read more »

Raawwii hojii ji’oota sadii, Biiroo Fayyaa Oromiyaa

Hojiilee Biiroon Fayyaa Oromiyaa hojjetu keessaa waliinga’iinsa fayyaa hawaasaa babal’isuufi fooyyessuun isa ijoo yoo ta’u, kana milkeessuuf dhaabbilee fayyaa babal’isuu, tajaajila qulqullina qabu kennuu, ogeessota mindeessuu, leenjisuufi hojjechiisuurratti xiyyeeffatee hojjetaa jira. Hojiilee... Read more »

Hojii jalqabuu manneen maree lamaanii ilaalchisee haasaa Pirezdaanti Saahilawarqi Zawudee keessaa

Sirni baniinsa yaa’ii waloo Manneen Marii Bakka bu’oota Ummataafi Federeshinii 6ffaa bara hojii 3ffaa Wiixata darbe adeemsifameera. Kanarrattis Pirezidaantiin RFDI Saahilawarqi Zawudee haasaa baniinsa taasisaniiru. Nutis haasaasaanii keessaa dameewwan addaddaatiin qooduun maxxansaaf... Read more »

 Irreecha: Feestivaala guddicha Afrikaa

Irreechi Hora Finfinneefi Harsadii Fulbaana 26fi 27 bara 2016 sirna ho’aadhaan kabajamuuf qophiileen adda addaa iddoowwan gara garaatti taasifamaati kan ture. Nutis Qophii Godina Shawaa Kibba Lixaatti taasifame ilaalchisuun Ittigaafatamaa Waajjira Aadaafi... Read more »

 “Waa’ee dhugeeffannaa Oromoofi jaarmiyaalee sirna Gadaa qoradheera” – Lookoo Duubaa (PhD)

Lookoo Duubaa (PhD) maqaa Oromoon moggaaseef yoo ta’u, maqaan maatiinshii baaseef ammoo Chikaagee Oba-Simitid kan jedhamuudha. Gosti hayyuun tun himattu Booranaa keessaa Maliyyuudha. Dhalattuu Jaappaaniif waggoota 18 Itoophiyaa keessa kan jiraatte Doktar... Read more »