
Haala yeroo nagaafi tasgabbii biyyaarratti mari’achuun ibsa Mana Maree Nageenyaa Biyyaalessaarraa kenname Kabajamtoota ummata biyya keenyaa; Itoophiyaan seenaa adeemsashee bara dheeraa keessatti, garaa garummaa siyaasaa waliigaltee dhabuufi walitti bu’iinsa karaa nagaan dubbachuufi... Read more »

Soomni Ramadaanaa baranaa gama hundaan adda ture. Yeroo soomaa kana dura bu’oota amantiilee adda addaarraa hanga hoggansa biyyaa olaanaatti darbees hanga tokko tokkoo lammiitti miirri jaalalaafi waliinummaa calaqqisaa ture kan daran namatti... Read more »

Bitooteessa 24 guyyaa seenaa qabeessaafi isa addaa, kan booruun hedduu itti qarare, kan rimaan jijjiiramaa itti dhalateedha. Kana qofaa osoo hintaane, tanaan dura seenaa hundeeffamashee irraa kaasee mootummaan gara aangootti dhufu hundi... Read more »

“Lapheen dhala namaa takkaan mana qulqullummaa Waaqayyoo yookaanimmoo iddoo bultii seexanaati” jedhe Onesmos Nasiib. Dhugaadha, mana qulqullummaa Waaqayyoo taanaan hojii hafuuraa eebbifamaa kan abboommiiwwan kurnaniin guutame milkeessuuf, kanamalees jannata biyya Waaqaa akka... Read more »

Humna kontiraaktaroota biyya keessaa cimsuun guddina dinagdee si’eessuu keessatti gahee olaanaa qaba
Abbaan Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa qooda fudhattoota industirii konistiraakshinii waliin Finfinnee, Galma Hoteela Ililii Intarnaashinaalitti torbee darbe mari’ateera. Marichi mataduree “Qindoomina qooda fudhattoota industirii konistiraakshinii jijjiirama ittifufiinsa qabuuf’ jedhuun adeemsifame. Daarktarri olaanaan abbaa... Read more »

Dhimmi nageenyaa sadarkaa biyyaa, ardiifi addunyaatti ajandaa dhala namaa isa olaanaadha. Nageenyi ittifufiinsa qabu misoomaafi guddina ariifataa mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa kan qabu ta’us rakkoon nageenyaa biyya keenya dabalatee ammoo biyyoota hedduu... Read more »

Guyyaan Dubartoota Addunyaa sadarkaa dubartoonni har’a irra gahaniif bu’uura. Guyyaan kun barana sadarkaa addunyaatti yeroo 113ffaaf Itoophiyaatti ammoo yeroo 48ffaaf mataduree, “Dubartoota haa ga’oomsinu, misoomaafi nageenya haamirkaneessinu’ jedhuun kabajameera. Guyyaan Dubartoota Addunyaa... Read more »

“Oggaa seenaa namoota dhuufnaarratti xiyyeeffatan dubbisnu bu’aa ba’ii jireenyaa keessa darbaniifi injifannoowwan milkeessan seenessuun waanuma barame ta’us kitaabni waa’ee imala Aadde Tsahaay seenessuufi “IBIDDA BOBA’U KEESSA” qorumsa hindhaabanne, amantaa qorumsaan hinmo’atamne, hanga... Read more »

Ministirri Muummee RFDI Doktar Abiyyi Ahmad tibbana kutalee hawaasaa naannolee adda addaa keessaa babahan wajjin dhimmoota gara garaarratti marii bal’aa taasisaa jiru. Gaazexaan Bariisaas marii isaan torbee darbe kutaalee hawaasaa godinaalee Oromiyaarraa... Read more »

Miseensa Gumii Haadholii Siinqeefi Ambasaaddarr Aadaa Haadha Siinqee Saaraa Duubee Gaazexaa Bariisaatti akka himanitti, Konfiraansiin Nageenyaa Liigii Dubartoota Paartii Badhaadhinbaa Damee Oromiyaa Wiixata darbe mata duree ‘Nageenya Itoophiyaa nan eegsisa, Ilmaakoo horata... Read more »