
Sirni Gadaa Oromoo dhala namaa hundaaf garaagarummaa korniyaafi umriitiin alatti mirga isaaniif malu hunda kan gonfachiise yemmuu ta’u, keessattuu gama dubartoota aangessuufi mirgasaanii kabachiisuutiin waan hafe tokko hinqabu. Akka sirna Gadaa Oromootti... Read more »

Pirofesar Bayyanaa Pheexiroos fakkeenya qabsoo nagaa jedhamanii ibsamu. Hojiisaanii barsiisummaa yunivarsitiitiinis baay’otaaf abbaa, hoggansaan ammoo tajaajilaa gaarii ta’uun beekamu. Hirmaannaa siyaasa keessatti qabaniinis fakkeenya qabsoo nagaa jedhamuun daran beekamu. Bakka Itoophiyaa ni... Read more »

Biiroon Barnootaa Oromiyaa dhaloota barnoota ammayyaatiin ijaarame egeree biyyaaf wabii ta’uu danda’u horachuuf imaammataafi tarsiimoo misooma barnootaa bocuun hawaasa mana barumsaa waliin ta’ee humna guutuun hojiitti kan seene yoo ta’u, waggoota shanii... Read more »

Gaafdeebii bara haaraa (bara 2017) simachuuf jirru ilaalchisuun Pirezidaantiin Yunivarsitii ‘Leadstar’ Doktar Zarihuun Gabree waliin Kibxata darbe akka armaan gadiitti dhiyeessineerra. Doktar Zarihuun barnootasaanii digrii sadaffaa ‘Transformational Leadership’n, Yunivarsitii Daalaasirraa, barnootasaanii digrii... Read more »

Finfinneerraa fageenya kiiloo meetira 141 irratti, Godina Shawaa Bahaatti kan argamtu Maqiin magaalaa qabeenyawwan akka kuduraafi mudaraatiin daran badhaateedha. Kanumaafi, fakkaataa maashinaroonni adda addaa hojiilee qonnaatiif oolan kanitti baay’ataniifi magaalattii keessa garmaamaa... Read more »

Komiishiniin Hoggansa Hojii Sodaa Balaa Federaalaa hoggantootaafi ogeessota miidiyaafi kominikeeshinii Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Federaalaafi ministeerota gara garaaf torban darbe leenjii guyyaa lamaa Akkaadaamii Gahumsa Hoggansa Afrikaatti kenneera. Barreeffamoota ka’umsa marii leenjicharratti dhiyaataniirrattis... Read more »

Galii dinagdeen maddisiisu karaa haqaqabeessa walitti qabuun hojiilee misoomaa adda addaaf olfama. Fooyyessa taasifame kanarratti Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) dabalatee ministiroonni dhimmi ilaallatuufi Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa ibsa bal’aa kennaniiru. Fooyyessa dinagdee... Read more »

Itoophiyaan gara fooyyessa dinagdee gooroo guutuutti galuu Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Kaayyoon ijoo fooyyeessichaas galii mootummaa guddisuu, baasiifi hirpha mootummaa bu’aqabeessa gochuu, sirna caasaa fandii sooramaarratti jijjiirama hojiirra oolchuu, dhaabbilee... Read more »

Osoon imalarra jiruu dugda baajaajiirratti barreeffama qalbii na hawwate tokkon arge. Innis akkana kan jedhuudha, “Luka tokko barbaacha”. Maal jechuu yaadeeti? jedheen yaade, sila baajaajiin miila sadii qabdu tokko yoo dabalatte konkolataatti... Read more »

Kenniinsi tajaajila yaalaa qulqullinaafi si’ataa ta’e waliin gahuu dhabamuuusaatiin miidhaan omishaafi omishtumaarratti ga’u olaanaadha. Hawaasni omishawaa ta’e dhibeewwan sasalphaa yaalamee fayyuu danda’u mana yaalaa deemee wal’aansa gahaa argachuuf maallaqni waan isa barbaachisuuf... Read more »