“Itoophiyaa beekumsa manca’aa kaleessaatiin hogganuun hindanda’amu” -Obbo Leencoo Baatii

Oromoon saba bal’aa jiraachuu Itoophiyaaf hundee ta’uun ga’ee leencaa taphachaa kan tureefi kan jiru ta’us takkaa dinagdeenis aangoonis caalee akka argamu ta’ee hinbeeku. Kun kan ta’eefis mootiin dhufee darbu hundi seenaaf eenyummaa... Read more »

Milkaa’inaafi bu’aa ba’ii raawwii hojii mootummaa

Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Wiixata darbe raawwii hojii mootummaa bara bajataa 2011 Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyeessaniiru. Akkasumas dhimmoota  xiyyeeffannoo gara fuulduraa ibsaniiru. Akkasaan jedhanitti, mootummaan bara 2011 dirree dimokiraasii... Read more »

Seeraan malee obsaan biyyi ijaaramte hinjirtu

Qajeelfamni olaanaan addunyaan kun ittiin gaggeeffamtu yoo jiraate seera kabajuudha. Kanaaf seerri hundaa oli jedhama. Kana jechuun ammoo namni barates hinbaratiinis, beekaan wallaalaan, xiqqaa guddaan, waliigalaan namni hunduu seeraa ol osoo hintaane... Read more »

Monoppolootaafi kaappitaalistoota farra hariiroo hawaasummaa

Waggoota sadan darban keessa Baha, Lixaafi Kibba Lixa biyyattiitti lammiileen Itoophiyaa miliyoona 1.4 ta’an qe’eefi qabeenya qabanirraa sababa walitti bu’iinsaan buqqaafamuusaanii Kaawunsiliin Naannawaa Gaanfa Afrikaa Noorwayi argannoo qorannoosaa ji’a Ebla keessa baranaa... Read more »

Siyaasa hidhannoo gara geengoo yaadaatti

Biyya kamuu keessatti tarsiimoofi tooftaa paartileen siyaasaa waliigaltee uumanii fedhii ummataa galmaan gahuu danda’an ilaalchisee hayyoonni addunyaa dubbii gugguddoo dubbachuun dhalootaaf dabarsan ka’umsa godhachuun barbaachisaadha. Akka hayyuun siyaasaa Kiristoofar Voos jedhutti, waliigalteen... Read more »

Xiyyeeffannoo imaammata dhimma alaa

Itoophiyaan hirmaannaafi hariiroo biyyoota Afrikaafi addunyaa waliin qabdu qajeelchuuf ALA bara 2002tti imaammataafi tarsiimoo dhimmoota biyya alaafi nageenya biyyaalessaa hojiirra oolaa jiru qopheessuunshee kan yaadatamuudha. Ergasii as imaammataafi tarsiimoon dhimma alaa biyyattiin... Read more »

Qabiyyee lafaa Yunivarsiitii Wallaggaafi qonnaan bultoota Guduruu walfalmisiisaa jiru

Yaada  ka’umsaa Qabiyyeen lafa Mana Beenyaa naannoo Oromiyaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, aanaa Guduruu keessatti kan argamuufi magaalaa Komboshaarraa 6km fagaatudha. Bal’inni lafa kanaa hektaara 764.5 yoo ta’u, ALI bara 1978 irraa... Read more »

Duudhaalee Ramadaanaafi Islaamummaa

Addunyaarratti hordoftoota amantii Islaamaa biratti jiini Ramadaanaa(Ramadaan Kaarem) caalaatti  beekamaafi iddoo olaanaa kan qabuudha. Ramadaana keessa hordoftootni amantichaa marti barii lafaarraa  kaasee hanga biiftuun lixxutti nyaataafi dhugaatii, akkasumas walqunnamtii saalaarraa of qabuun... Read more »

“Qalma hoolota lamaa: Tokko waadaaf kaan jaalalaafi” -Abbaa Gadaa Dabaloo Hiikaa

Haala kanaan dura seenaa keessatti takkaa hinbeekamneen Gadaan jibbaa faca’e saba barootaaf waldanda’ee gaddaafi gammachuu waliin hirmaachaa ture kan gaddisiise fakkaata. Hunduu mudannoo balaafamaa saboota gidduutti qaqqabuun wareegama qaalii lubbuufi qabeenya baasise... Read more »

“Fayyadama miidiyaalee hawaasaarratti daangaan taa’uu qaba”

Kutaa 2fa Dubbistoota keenya kutaan jalqabaa gaafdeebii gaazexeessaa Mohaammad Adamoo wajjin taasisne maxxansa keenya torbaniitiin dubbisiisuun keenya ni yaatama. Kutaan ittaanu kunooti. Bariisaa: OMN hundeessuu keessatti gaheen kee maal ture? Mohaammad: Yommuu... Read more »