Torbee Kibxata darbee halkan walakkaa tiksitoonni xiinxalaa siyaasaa Jawaar Mahaamad utuu isatti hinhimin dhokatanii akka ba’aniif ajaji itti kennamee akka tureefi Jawaaris akkuma odeeffannoo kana tiksitootasaarraa dhaga’een gara qaamolee dhimmichi ilaallatuutti bilbilus... Read more »
Addi Dimokraasummaa Warraaqsa Ummattoota Itoophiyaa (ADWUI)n waggoota 28 darbaniif biyyattii gaggeessaa kan ture yoo ta’u, kanaanis jijjiiramoota hawaas-dinagdeefi siyaasaa lammiileen biyyattii irraa fayyadaman hanga tokko galmeessisuu danda’eera. Ijaarsa sirna dimokraasii babal’isuufis keessumaa... Read more »
Pirezidaantiin Itoophiyaa Aadde Saahlawarqi Zawudee walga’ii idilee 1fa, marsaa 5fa bara hojii 5fa Manneen Marii Bakka Bu’oota Ummataafi Federeeshinii Wiixata darbe adeemsifamerratti haasaa baniinsa taasisaniin kallattiiwwan hojii guguddoo bara 2012 ibsaniiru. Sochii... Read more »
Sirna Gadaa Oromoo keessatti Irreechi nageenya, jaalala, walta’insa, misoomaafi tokkummaa kan calaqqisiisu ta’uusaa abbootiin Gadaa Oromoo hedduun irra deddeebiin dubbatu. Abbaa Gadaa duraanii Maccaa, Taakkalaa Dhinsaas Irreechi nageenya kan of keessatti hammatu... Read more »
Dubbistootaa, maxxansa keenya torbee darbeetiin mataduree kana jalatti ayyaana Irreechaa milkaa’inaan kabajuurratti xiyyeeffannee qabxiilee tokko waldubbisiisuu eegallee irraa bulfachuun keenya ni yaadatama. Kan ittaanus kunoti. Itoophiyaa keessa ayyaanonni aadaafi amantii wajjin walqabatan... Read more »
Irreechi ayyaanota Oromoo biratti garaa garummaa tokko malee miira tokkummaatiin ummata miliyoonota hirmaachisuun sirna ho’aadhaan kabajamu keessaa isa tokkoofi adda durummaan eeramuudha. Irreechi sirna galaafi kadhannaa Waaqaaf taasifamu yoo ta’u, ayyaanichaan dahachuun... Read more »
Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee jaarraa tokkoo oliif addaan citee ture barana yeroo jalqabaatiif Fulbaana 24 bara 2012 Finfinneetti ni kabajama. Borumtaasaa ammoo ayyaana Irreechaa Hora Harsadiitu Bishooftuutti kabajama. Biiroon Aadaafi Tuurizimii Oromiyaas... Read more »
Pirezdaantii Ittaanaa Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsa torban har’aa waajjirasaaniitti gaazexeessitootaaf kennaniin, ummata Oromoofi biyyattii hundaan baga bacaqii gannaa baatanii booqaa birra geessan jechuun ibsa hawwii gaarii dabarsaniiru. Barri... Read more »
Itoophiyaan lixaa qabeenya uumamaatiin badhaatuudha. Lafti gabbataan misooma qonnaaf oolu, qabeenyi bosonaa, midhaan addaddaa omishamaniifi haalli qilleensasaa kutaalee biyyattii hundarra akka barbaadamu kanneen taasisaniidha. Godinaaleen Oromiyaa lixaa kanneen akka Wallagga Bahaafi Lixaa,... Read more »
Biyya keenyatti wareegamaa qaalii qarreefi qeerroon Oromoo waggoota muraasa dura kanfalanin jijjiiramni har’aa mul’ateera. Qabsoon qarreefi qeerroo sabboontota ‘OPDO’ yommusii keessa turaniif humna ta’uun biyyattiin imala jijjiiramaa akka eegaltuuf ka’umsa ta’eera. Waggaa... Read more »