“Nama gifiraan qabame mana keessa dhoksuun sirrii miti” – Obbo Gammachuu Shuumii

Ammaan tana dhibeewwan bifa weeraraatiinis ta’e daddarbuutiin miidhaa geessisaa jiran keessaa gifirri (shiftoo), koleeraa (garaa kaasaafi haqqee sardaa)faa eeruun ni danda’ama. Dhibeewwan lamaan kunniin biyya keenyatti bal’inaan kan mul’atan yoo ta’u, maxxansa... Read more »

Qormaata nageenyaa gara misoomaatti

Caaffeen Oromiyaa Guraandhala 10fi 11 bara 2012 walgahii idileesaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffateen dhimmoota nageenyaa, hawaasummaafi dinagdee naannichaarratti mari’achuun murteewwan addaddaa kenneera. Humna qaama raawwachiisummaa Oromiyaa cimsuufis muudama hoggantootaa olaanaa raggaasiseera.... Read more »

Faayidaan Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa maali?

Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa, rakkoolee fayyadamummaa hawaasaa wajjiin walqabatee ka’aa turan sirreessuu gidduugaleessa godhatee kan hojjechuuf kaayyeffate ta’uudha wayita wixineen labsiisaa yaa’ii Caffee dheengaddaarratti ragga’e Pirezidaantiin Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa kan ibsan.... Read more »

Sadarkaalee Sirna Gadaa, sadarkaalee barnootaatiif

Biyya Awustiraaliyaatti waggoota hedduu jiraachuun, yeroo dheeraaf waa’ee aadaa, seenaa, duudhaafi eenyummaa Oromoo qo’achuufi baruuf fedhii godhachuun Oromiyaa naannawa garagaraa deemanii aadaa, jiruufi jireenya ummatichaarratti hojjetaniiru, qorataan aadaafi seenaa Obbo Hamzaa Waariyoo.... Read more »

“Ummata Oromoo jaalala malee waraanni tiksee hindanda’u” -Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa

Nageenyi eegamuu baannaan gara kallattii sirrii hintaanetti waan nama geessuuf ciminaan irratti hojjechuun dhimma murteessaa  ta’uun irra deddeebiidhaan ibsamaa kan tureefi jiruudha. Abbootiin Gadaa haala waliin jireenya lammiileerratti durumaa kaasanii hojjetaa jiru.... Read more »

Pirojektota misoomaa, ekeraa gootota Baalee awwaala keessatti boonsan

Iddoo madda eenyummaafi seenaa Oromoo, biyya hayyootaafi goototaa, Madda Walaabuu, Baale. Biyya Generaal waaqoo Guutuu sirna gamfoorfataa nafxanyaatiin kokkee itti walqabaa ture, xiyyaara gabroomfataa mootii Hayilasillaasee dhoombiriidhaan samiirra itti buuse har’a rakkattee... Read more »

Sagantaa ‘Speed School Model’ hojmaata jajjabeeffamuu qabu

Daa’imman sababoota gara garaatiin umrii mana barnootaa seenuu qabanirraa yommuu harkifatan mul’ata. Rakkoon kun keessumaa baadiyyaatti kan hammaatu yoo ta’u, ogeessonni damichaas sababoota ijoo hanqina dinagdeetiin maatiin barsiisuu dadhabuufi hojiif dursa kennuurraa... Read more »

Mana Barumsaa Sadarkaa 2fa Ifa Salaalee:Badhaasa Waajjira Giifti Duree

Manni Barumsaa Ifa Salaalee Sadarkaa 2fa Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Waacaalee, Ganda Bosoqqee Jaatiitti kan argamu yoo ta’u, deggarsa Waajjira Giiftii Dureetiin yeroo gabaabaa keessatti ijaaramee xumuramuun torban darban kana keessa eebbifameera.... Read more »

Hiibboo caalbaasii deebii dhabe

Qabeenya biyyattiin qabdu murtaawaa waan ta’eef sirnaan akka hojiirra ooluuf mootummaan dameewwan hannaafi saamichaaf saaxilamuu malan adda baasuun irratti hojjechaa turuun beekama. Kanneen keessaa tokko qabiyyee lafaa yoo ta’u, sirnaan fayyadamummaan lammiilee... Read more »

Milkaa’inaafi rakkoolee Hospitaala Riifaraalaa Yunivarsitii Wallaggaa

Hospitaalli Riifaraalaa Yunivarsitii Wallaggaa Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaatiin kan ijaarame yoo ta’u, tajaajila wal’aansaa kennuu erga jalqabee waggoota sadii lakkoofsiseera. Ijaarsi hospitaalichaa waggoota sagalii oliif lafarra kan harkifate yoo ta’u, erga xumuramee... Read more »