
Sirnoonni darban dhagaa bu’uuraa kaa’uun ala pirojektii dhaloota egereef bu’uura ta’e lafa qabsiisuufi yeroo qabameef keessatti qulqullinaan xumuranii tajaajilaaf oolchuurratti hanqinniifi komii guddaan tureera. Harkifannaa pirojektotaatiin walqabatee fedhiin misoomaa lammiilee haalaan mirkanaa’uu... Read more »

Komishiniin marii Biyyaalessaa Itoophiyaa waggoota lamaan darban kutaalee biyyattii adda addaa keessatti ajandaawwan ummanni gaafatu, dhimmoota marii biyyaalessaa keessatti hammatamuu qabanirratti hojii ajandaawwan adda baasuu hojjechaa jira. Sochiiwwan hanga ammaatti gama dhimmoota... Read more »

Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad tibbana biyyoota Faransaay, Xaaliyaaniifi Vaatikaanitti daawwannaa adeemsisuun isaanii ni yaadatama. Daawwannaan isaanii kunis keessumaa walitti dhufeenya biyyootaa cimsuurra darbee muuxannoo biyyoonni kunneen qaban qooddachuuf carraa kan... Read more »

Haati warraa ulfooftee ciniinsuun daran itti hammaannaan abbaan warraa waan falatu dhabee olii gadi fiigee watwaatus, hidhii xuuxuun ala namni watwaannaasaatiif deebii kennu dhabame. Wayita inni abdii kutannaa keessa jirutti maanguddoon tokko... Read more »

Aadde Ayishaa Jibriil Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Billoo Boosheetti dhalatan. Barnootasaanii sadarkaa tokkoffaa achuma bakka dhalootasaaniitti xumuranii barnoota sadarkaa lammaffaaf gara Magaalaa Bishooftuu deeman. Akkuma barnoota sadarkaa lammaffaa xumuraniin Kolleejjii Barsiisootaa Adaamaa... Read more »

Workishooppiin ji’oo paarkiifi ji’oo tuuriizim kan biyyoota Afrikaa Bahaa 10 hirmaachise Caamsaa 4fi 5 Finfinneetti kan adeemsifamu ta’uu Ministirri Turizimii Aadde Salaamaawit Kaasaa ibsaniiru. Bakkeewwan hawwata tuuriizimiin teessuma lafa bu’uureffatan kunneen sektara... Read more »

‘Masoob’ kennaa tajaajilaa iddoo tokkooti. Kennaa tajaajiloota mootummaa seektaroota garaa garaatiin raawwatamu gurmeessee bifa waldubbiseen akka hojjatamu kan taasisuudha. Kennaawwan tajaajilaa gama mootummaatiin hawaasa biyyattiitiif kennaman kunniin qindaa’oofi mijatoo akka ta’aniif riifoormiin... Read more »

Magaalaan guddittiin biyyattii, teessoo Gamtaa Afrikaafi dippiloomatota idiladdunyaa taate Finfinneen misoomaa maqaafi umuriishee madaalu keessa hinturre. Pilaanii ammayyaawaa hordofuu dhabuusheetiin ijaarsi gamoowwan magaalattii akka ilkaan jajjallaa waljala darbaadha. Daandiin magaalattii daran dhiphaa... Read more »

Gooftaan keenya tokkicha lubbusaaf osoo hinwaakkatiin fannoo Qaraaniyoorratti fannifamee jaalala nuu qabu agarsiisuun du’a mo’ee ka’uunsaa nuuf agarsiistuu guddaa mala jibbi jaalalaan, waldhabdeen araaraan itti hiikuun danda’amu ta’uu nu agarsiiseera. Nageenyi madda... Read more »

Dhaabbanni Pireesii Itoophiyaa (DhPI) dhaabbata maxxansaa mootummaa tokkicha waggoota 84n darban odeeffannoo amanamaa dubbistootasaa biraan saffisaan ga’aa tureefi jiruudha. Bu’aalee maxxansaa dhaabbatichaas Gaazexaa Bariisaa, Addis Zaman, ‘The Ethiopian Herald’, Wagaahitaa, Bakkalchoo yoo... Read more »