Featured
Featured posts
Finfinnee: Godina Jimmaatti bara omishaa 2016/2017 lafa hektaara kuma 856fi 630 sanyiiwwan midhaan garagaraatiin uwwisuun callaa kuntaala miliyoona 33 ol argachuuf kan karoorfamu ta’uu waajjirri qonna godinichaa beeksise. Ittigaafatamaa Ittaanaan waajjirichaa Obbo... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaan gargaaramtummaa jalaa baatee akka dinagdeedhaan of dandeessu gochuuf hojiin omishaafi omishtummaa qonna biyyattii guddisuurratti xiyyeeffatamee hojjetamaa jiru cimee ittifufuu qaba jedhu Luba Doktar Tolasaa Guddinaa. Lubni kun gaafdeebii dheengadda Dhaabbata... Read more »
Finfinnee: Gaaga’ama dinagdeefi hawaasummaa mudachaa jiru hambisuuf Finxaaleyyii Fannoo rakkoo nageenyaa uumaa jiraniif waamicha nageenyaa dhiyeessuu Mootummaan Naannichaa beeksise. Hogganaan Biiroo Koominikeeshinii Naannoo Amaaraa Doktar Mangashaa Fantaawu Roobii darbe Gaazexaa Bariisaatiif akka... Read more »
Inistiitiyuutiin Leenjiifi Qorannoo Ispoortii Daraartuu Tulluu Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Sulultaatti qarshii biiliyoona 1.5n ijaarame dheengadda bakka Obbo Shimallis Abdiisaafi Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan, hoggantoonni olaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Bulchiinsa... Read more »
Finfinnee: Biyyoota minseensa hidha laga Abbayyaa ta’an keessaa Sudaan Kibbaa inisheetiivii hidha Abbayyaa mallatteessuun injifannoo dippilomaasii Itoophiyaa kan agarsiisuudha jechuun ambaasaaddar Diinaa Muftii ibsan. Hojiin dippilomaasii bara 2016 milkaa’aa ta’uus ibsaniiru. Mana... Read more »
Baatuu: Waggoota muraasaa as qonna magaalaatiif xiyyeeffannaa olaanaan kennamee hojjetamaa kan jiru yoo ta’u, hojiin gama kanaan dubartoota qaxalee gurmaa’aniin Magaalaa Baatuutti hojjetamaa jiru fakkeenyummaan kan eeramuudha. Bulchiinsi magaalichaa kanuma hubachuun oyiruu... Read more »
Finfinnee: Tumsa dargaggootni godinichaa taasisaniin nageenyi godinasaanii fooyya’aa jiraachuu Dargaggoonni Godinaalee Qellem Wallaggaafi Gujii Lixaa tibba darbe Gaazexaa Bariisaaf ibsan. Ittigaafatamaan Waldaa Dargaggoo Godina Qellem Wallaggaa Dargaggoo Fedhasaa Dastaa akka jedhetti, Hojii... Read more »
Finfinnee: Riformiin dinagdee mandhalee Itoophiyaan jalqabde gargaaramtummaa seenaa kan taasisu ta’uu hayyuun dinagdee ibsan. Hayyuun Dinagdeefi Hogganaan Biiroo Karooraafi Misoomaa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Sidaamaa Doktar Daawit Hayyeessoo yaada Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf... Read more »
Finfinnee: Godina Shawaa Lixaatti hojiileen misoomaa jalqabamaniifi hojiin nageenya mirkaneessuu bu’aa abdachiisaa argamsiisaa jiraachuu bulchiinsi godinichaa beeksise. Bulchaan godinichaa Obbo Didhaa Guddataa ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, bulchiinsi godinichaa... Read more »
– Namoota kuma 19 oliif carraan hojii uumameera Finfinneef: Hojii qonna magaalaa barana Finfinneetti hojjetameen omishi toonii kuma 153fi 358 argamuu Komishiniin Qonnaan Bulaafi Misooma Qonnaa Magaalattii ibse. Hojiin qonna magaalichaa mataduree... Read more »