Featured
Featured posts

“Biyyaafi sirna ceesisuun kan danda’amu dhalootarratti hojjechuu qofaani”– Obbo Jaarsoo Boruu Finfinnee: Biyya ta’e sirna sadarkaa barbaadametti ceesisuun kan danda’amu dhalootarratti hojjechuun qofa ta’uu Bulchaan Godina Baalee Bahaa Obbo Jaarsoo Boruu ibsan.... Read more »

Finfinnee: Tattaaffii nageenya waaressuu keessatti shoorri Dhaabbilee Amantaa olaanaa ta’uu Gumiin Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa beeksise. Koonfiraansiin nageenyaa Gumiin Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa mataduree “Gaheen Dhaabbilee Amantaa nageenyaafi araaraaf” jedhuun torbe kana Magaalaa Jimmaatti... Read more »

Finfinnee: Namoonni keessumaa waltajjiilee idiladdunyaarratti hirmaachuuf carraa argatan ergaa biyyasaanii fayyadu dabarsuun carrichatti fayyadamuu akka qaban Aadde Firaa’ool Tolasaa gaafatan. Pirezidaantii Ittaantuun Mana Murtii Oliyyannoo Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Firaa’ol Tolasaa waldorgommii... Read more »

Ittifayyadama Afaan Oromoo keessatti garaagarummaa muraasni, gama sagaleefi dhaamjechaatiin, hiikaa jechootaafi gama sagaleessuutiin dubbattoota Oromiyaa iddoowwan garagaraa jiraatan gidduutti mul’ataa tureera. Kanamalees namoota dhuunfaa gidduuttis sababa umriin, korniyaan, sadarkaa barumsaa fa’iin garaagarummaan... Read more »

Killeen miliyoonni 30fi zayitni liitira miliyoona 1.5 nidhiyaata Finfinnee: Ayyaana Faasikaa bara 2017f beeyladootni qalmaa kuma 629fi 099 gabaaf dhiyaachuuf qophaa’uu Biiroon Daldala Oromiyaa beeksise. Hoggannaa ittaanaan biirichaa Obbo Tasfaayee Gashoo ayyaanicha... Read more »

Finfinnee: Dhaloota ka’umsa toletu manii bareeda qabaata waan ta’eef dhalootarratti hojjechuun barbaachisaa ta’uu barsiisotni amantaa ibsan. Barsiisonni kunneen barruulee Naa’otaa Dhaabbatni Pireesii Itoophiyaa (DhPI) qopheessee har’a eebbisiisu hojii qulqullaa’aafi murteessaa ta’uu eeraniiru.... Read more »

Finfinnee: Barruuleen daa’immanii “Naa’ota” jedhamtu kan Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiin Afaan Oromootiin qophooftee dubbisaaf dhiyaatte dhaloota lafaa dhufaa gama hundaan ga’oome uumuu keessatti gumaacha olaanaa akka qabu ibsame. Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatti Gulaalaan Barruulee... Read more »

Finfinnee: Nageenya, jaalalaafi tokkummaa biyyaalessaarratti hubannoo daa’immanii cimsuuf barruun Naa’otaa gumaacha qabdi jechuun Abbaan Gadaa Sobbooqaa Lataafi Haati Siinqee Araggaash Gadaa ibsan. Barruuleen Naa’otaa Dhaabbanni Pireesii Itoophiyaa (DhPI) xiinsammuu daa’immaniirratti xiyyeeffachuun qopheesse... Read more »

Finfinnee: Barruulee daa’immanii Naa’otaa Afaan Oromoon Dhaabbanni Pireesii Itoophiyaa (DhPI) maxxansiisaa jiru kaayyoosaa akka milkeessuuf hunduu akka tumsu gaafatame. Raawwachiisaan Hojii DhPI Obbo Masaafinti Tafarraa akka jedhanitti, miidiyaa maxxansaa hangafa kan ta’e... Read more »

Finfinneee: Barruuleen daa’immanirratti xiyyeefatuufi Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiin Afaan Oromootiin qophaa’e jalqabbii gaarii ta’uufi ittifufiinsasaarratti hojjechuu akka barbaachisu Gaggeessituun Hojii Faawundeeshinii Guddinaa Tumsaa ibsan. Gaggeessituun Hojii dhaabbatichaa Aadde Leensaa Guddinaa Tumsaa yaada Gaazexaa... Read more »