YAADA
Jaarmiyaalee Gadaa walitti bu’iinsa hiikan hedduu keessaa jaarsummaan isa tokko. Jaarsummaan rakkoo maatii tokko hiikuurraa kaasee hanga rakkoo biyya tokkoo furuutti jaarmiyaa gahee guddaa taphachuu danda’uudha. Hayyuun seenaa Obbo Alamaayyoo Hayilee gaafdeebii... Read more »
Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad Wiixata darbe omisha qamadii bona baranaa naannoo Affaaritti ifatti jalqabsiisaniiru. Imala naannichatti taasisaniin iddoo Pirojektii Maaddiin Dhalootaafiin misoomsuuf adda bahe daawwataniiru. Sirnicharratti haasaa taasisaniin akka jedhanitti,... Read more »
– Waajjira Pirojektii Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Hidha Haaromsa Guddichaa Naannoo Oromiyaa Biyyi keenya Itoophiyaan otoo humna namaafi qabeenya uumamaa ga’aa ta’e qabduu badiifi hanqina sirnoonni darban uumaa turaniifi shira biyyoonni alaa kallattiilee... Read more »
Guyyaan alaabaa 16ffaan mataduree “Olka’iinsi alaabaa keenyaa, wabii tokkummaa sabdaneessaafi birmadummaa keenyaati” jedhuun sadarkaa biyyaatti akkasumas embaasiiwwan Itoophiyaa biyyoota gara garagaraatti argamanitti Wixata darbe kabajameera. Sirna kabaja Guyyaa Alaabaa mooraa Mana Marii... Read more »
Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Harsadii walduraa duubaan Fulbaana 26fi 27 2016 Magaalaa Finfinnee iddoo Doloolloo Buddeenaa jedhamuufi Magaalaa Bishooftuu Hora Harsadiitti haala miidhagaa, nagaafi duudhaa ayyaanichaa eegeen kabajameera. Ayyaanni Irreechaa baranaa... Read more »
Duudhaalee Sirna Gadaa keessaa tokko kan ta’e Irreechi, uummanni Oromoo Waaqa kadhachuufi galatasaa galchuuf jecha tulluufi malkaatti ba’uun kan irreeffatuudha. Oromoon Arfaasaa tulluutti ba’uun roobaafi nagaa kadhata, birraa ammoo malkaa bu’uun galata... Read more »
Ayyaanonni waggaa maranii dhufan miira ittiin yaadatamaniiifi kabajaman qabu. Waqtiilee itti kabajamanittis hawaasa keenyaaf hiikaafi ergaa dhaamuu qaban dabarsuun achii-dhuftee ganamaa lallaba buleeyyiitiin uammataaf galaa gumaachu. Waqtiin Ayyaana Masqalaa Dachee rooba gannaan... Read more »
Baatiin Fulbaanaa keessa jirru kun Qaam’eerraa eegalee ji’a ayyaanota adda addaa keessummeessuun beekamuufi badhaadheedha. Baatiin kun gama kaaniinis ji’a barnoonni itti eegalamu, Guyyaan Turizimii Addunyaa, Guyyaan Maanguddootaa ittikabajamuufi taateewwan biroollee keessummeessuudha. Keessumaa... Read more »
Guyyoonni jahan baatii Qaam’ee bara 2015 haala adda ta’eeni kabajamee kan darbe. Guyyoota kanneeniif moggaasawwan adda addaa kennamuun ergaawwan ciccimoo akka haphee namatti qabachuu malaniin waa’elchamanii kabajamaniiru. Haaluma kanaan, Qaam’een 1 guyyaa... Read more »
Mootummaan naannoo Ormiyaa waggoota sadan darban pirojektii guddicha manneen barnootaa Ifa Boruu hojiirra oolchuunsaa ni beekama. Pirojektiin kunis kan naannicha keessatti qofa daanga’e hafu osoo hintaane naannoolee Gaambeellaa, Beenishaangul Gumuz, Affaariifi Somaaleetti... Read more »