Yeroo gannaa kana of eeggannaafi dammaqinaan

Yeroo gannaa kana oggaa bokkaa cimaan roobu muka guddaafi tabba wayii jalatti dheessuun ykn dahachuun ni jira. Roobni cimaan lafa ol jedhaatti roobe walqabatee lafa gadjallaa jirurratti dhangala’uun namas ta’e qabeenya miidha.... Read more »

 Bakka ummatni waardiyyaa ta’utti nageenyi rakkoo hinta’u

Oromoon saba nagaa jaalatu yoo xuqan malee nama hin xuqne, amala leencaa qabudha. Sodaatee mirgasaa kabachiisuurraa hin dheessuu, darbaa fayyadamaa ta’uufis goolii hinkaasu, saba safartuu namummaa qabu sirna Gadaan yayyabameedha. Yoo rakkoon... Read more »

Gorgoraa: Mallattoo biyya harkaan ijaaruu

Dhiheenya kana eebba ikoo turiizimii Gorgoraarratti haasaa kan taasisan Ministirri Muummee Ahmad (PhD) Biyya ijaaruuf harka cimaa daaraafi wantoota adda addaa tuttuquuf hinbalfine, kanneen roobaan hinari’amneefi aduuf qorraaf hinjilbeeffanne gaafata malee, arraba... Read more »

 Inisheetivoota alergii: Bunaafi muduraa

Mootummaan Naannoo Oromiyaa xiyyeeffannoo laafaa damee qonnaatiif kennamaa ture hundeerraa haaromsuun inisheetivoota walduraa duubaan jalqabeen milkaa’inoota hedduu argamsiisaa jira. Bu’uuruma kanaan, inisheetivoota baay’ina, akaakuufi qulqullina omishaalee alergii dabalan labsuun erga hojiitti galee... Read more »

 Ergaawwan Ministira Muummee keessaa

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 36ffaa bara hojii 3ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa bakka Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) argamanitti dheengadda adeemsifateera. Nutis ergaawwan Ministirri Muummee Abiyyi yaa’icharratti dabarsan keessaa kanneen... Read more »

Sagantaan Ashaaraa Magariisaa muuxannoo biqiltuuwwan dhaabaman eeguufi kunuunsuus babal’isaa jira

Bara 2014tti akka biyyaatti biqiltuuwwan biiliyoona shan dhaabuuf karoorfamee karooraan ol biiliyoona 5.9 kan ta’u dhabuun danda’ameera. Bara ittaanus akka biyyaatti biqiltuuwwan biiliyoona ja’a ta’u kan dhaabaman yoo ta’u, fakkeenyummaan sagantaa ashaaraa... Read more »

 Finfinnee misooma koriidariin faayamaa jirtu

Magaalli guddittiin biyyattii, teessoo Gamtaa Afriikaafi dippiloomatota idil addunyaa taate Finfinneen misoomaa maqaafi umuriishee madaalu keessa hinturre. Pilaanii ammayyawaa hordofuu dhabuusheen ijaarsi gamowwan magaalattii akka ilkaan jajjallaa waljala darbaadha. Daandiin magaalattii daran... Read more »

 “Tokkummaan haa haaromu; nageenyi haa waaru”  – Obbo Shimallis Abdiisaa

Ji’oonni muraasni darbaa jiran, taateewwan hedduu murteessoo ta’an kan itti milkaa’aniidha. Ji’oota milkii kunneen keessa rakkoon nageenyaa naannoo Oromiyaa mudatee ture fooyya’ee qilleensi qabbanaafi nageenyaa qilleensa’uu jalqabeera. Tibbi keessa darbaa jirru, tibba... Read more »

 Siinqee olka’eef qawween gadi haa jedhu

Oromoon Oromoo hin ajjeesu muramte, dubbi jaarsi fixu qawween walfixuun fafa muramte, ummata gurri nagaafi aaga dhagahuu barbaadu rakkisuun fafa muramte; siinqeen olka’e nagaan labsame harki araaraaf baname cubbuu qaba muramte jedhamee... Read more »

 Irreen Qeerroo sirna kana dhale tikfachuufis hiriiruu qaba

Waggoota shan dura Itoophiyaan raafama siyaasaa, gaaga’ama dinagdee fi dachee waldhabdeen siyaasaa keessatti hammaate ta’uun qormaatni ulfaataan yeroo itti keessumeeffamedha. Qormaata kanaaf ammoo sababa kan ta’e sirni angoorra ture maqaa federaalizimii sobaan... Read more »